Tajaajila Ogummaa arkaa

Tajaajila Ogummaa arkaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tajaajila Ogummaa arkaa, Public swimming pool, Khartoum.

Ogummaa
13/09/2022

Ogummaa

Filannoo
13/09/2022

Filannoo

Akkamitti callisna
13/09/2022

Akkamitti callisna

"Diinnii xinnoo hin qabduu hin tuufatina"Jedhee Art/ Galanaa Garoomsaa.

Baayyee nama gaddisaa
Bara lubbuun nama rakaastee meeshaan chiina taate!
Guyyaan isaa Hagayyaa 20,Bara 2014 ture guyyaa ummaata Aanaa Gadab Hasaasaa xiqqaaf guddaa gaddi cimaa waan takka dhagamee hin beekamne.
Dubbiin akkas ture mucaan suuraa irratti mul'atu kun sabaan walamoo (walayittaa) Kan ta'e Hagayyaa 20 Bara 2014 naannoo Aanaa Gadab Hasaasaa Ganda xiijoo seemmatti ganama keeysa sa'aatii 5 booda nama tikse isaa fudhatee jiru gocha sukaneessa fi duguggaa sanyii irratti rawwachuun lubbuu nama 4 fi farda tokko ajjeessuun miliquun yaalii taasiseen hirmaanna ummaataatiin to'annoo jala oolee jira.
Ganamaa keeysa abbaan Mana Haadha manaatti naannoo qarshii kumaa 17 yeroo inni lakkaa'ee itti kennu erga argeen abbaan Mana qe'ee haa deemu eege horii hiidhe deebi'ee qarshii na kenni jechuun Haadha Mana faasiin adda keeysa dhahuun ishee daa'imaa Baatii Lama hinguunne harma lugsistu isheef daa'imaa sanas ajjeessuun daa'immaan lamaan xixiqqoo walirratti dhalattus natti iyyiti jechuun waraanee ajjeesse.
Haadhaf daa'immaan sanaaf Jannata maatiif firoottan isheef jajjabina rabbiin haa kennuuf.

13/09/2022

Hojiin keenya yoomiyyuu qulqullini isaa nama hawwata

13/09/2022

Koottaa Nuti sin tajaajiluuf Ogummaa qabnuun qophiidha

Address

Khartoum

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tajaajila Ogummaa arkaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share