Qeerroo Garba Gurraachaa

Qeerroo Garba Gurraachaa Dirreen tun dirree gootonnii oroomo yaadaa siyaasa fi dinagdee ittii wal jijiraan. Akkaasumaas seenaa, Aadaa fi safuu ittii wal barsiisani. Tokkummaan humna!!

Oromiyaan akkuma beekamu harkaa halagaa jalattii erga kufte jarraa tokko ol lakkoofsiseera. Ilmaan oromootis karaa gurma'ees ta'ee karaa hin gurmaa'in qabsoo isaa fininsaa ture fininsas jira. Kunimmoo enyufiyyuu ifadha. Keesumaa gootonnii salalee Maccaa fi Tulama hundeessurraa darbanii lubbuu isaani saba isaanif wareeganiru. Kana yeroon jedhu gandaan lafaan qoodukoo akkaa hin taane naaf hubadhaa.

Oromoonnii hundinuu jechuun rayyaati hanga moyyaaletti: dambi dolloti hanga dirree dawaattii qabsoo hangana hin jedhamne gegessera. Egaa yaa ilmaan Aayyoo yeroon bulisummaa dhiyaattee jirti harkaa wal qabadhaatii ka'aa. Walirratti hin duullu waliif duulla malee. OROMIYAAN KAN OROMOOTI!! Ka'i qeerroo ni kaanaa dinaatu daangaa cabsee Goban Daccii lammatan argee!!!!!!!!

Adresse

Oslo

Nettsted

Varslinger

Vær den første som vet og la oss sende deg en e-post når Qeerroo Garba Gurraachaa legger inn nyheter og kampanjer. Din e-postadresse vil ikke bli brukt til noe annet formål, og du kan når som helst melde deg av.

Del