02/06/2026
Caamsaa 25,2018(ATJKC)_Godina Shawaa Aanaa adamii Tulluu Jiddoo kombolchaa Kilaastera A/Tulluu Raawwiin Hojii Misoomaa fi Nageenyaa bakka I/G
Waajjira Bishaan Albuudaa fi Ineeerjii fi Qindeessaan kilasteera Obboo Shallamaa Bahiruu argamanitti Bulchoota,I/Gaafatamtoota Nagaafi Milishaafi Paartii Gandootaa wajjiin ilaallame
Marii kana keessatti hanqinootniif Ciminnootni adda Bahuu Milkaa'inni Hojii nageenyaa erga ilaallameen boodaa karoorri hojiilee Misoomaa Ji'a tokkoo kennamuun xumura irratti Kallattiin waliigalaa kenname.