Waajjiira PSMQN Bulchiinsa Magaalaa Baatuu

Waajjiira PSMQN Bulchiinsa Magaalaa Baatuu Page / Kun kan Waajjira Publiik Sarviisii Misooma Qabeenya Namaa Bulchiinsa Magaalaa Baatuu tti.

Page kana fayyadamuun yaadafi qeeqa kenna tajaajila Sek/Mag/Baatuuu keessa jiran irratti dhiyeeffadhaa.

Ummanni Keenna Kenna Tajaajilaa Booyee Osoo Hin Taane Boonee Argachuu Qaba Jedhame.Bulchiinsa magaalaa Baatuutti kenna t...
07/03/2024

Ummanni Keenna Kenna Tajaajilaa Booyee Osoo Hin Taane Boonee Argachuu Qaba Jedhame.

Bulchiinsa magaalaa Baatuutti kenna tajaajilaatiin walqabatee akka magaalaatti sochiin jiru fooyyee ta'uu isaa gamaaggama yeroo adda addaatti bara kana taasifamaa tureen hubachuun danda'amee jira.

Sochii kenna tajaajilaa kana cimsuuf guyyaa hardhaa manaajimentii sekteroota magaalaa hunda hirmaachisuun Waajjirri PSMQN magaalichaa leenjii kenna tajaajilaa fooyyeessu kenneera.

Sagantaa kana irratti abbootii adeemsaa fi ogeeyyii raawwii hojii kenna tajaajilaatiin fooyyee ta'aniif waraqaan ragaa kennamee jira.

Xumura irratti I/A Kantiibaa Magaalaa Baatuu Obbo Usmaan Tusee fi I/G W/PSMQN Aadde Dureettii Gammuu kallattii hojii gara fuula duraa kennanii hojii ummannii fi mootummaan isin irraa barbaadu haqummaa, qulqullinnaa fi ariitii barbaadamuun hojjachuu akka qaban dhaamaniiru.

Guyyaa 27/03/2016 qindomina wajjira PSMQN Bulchinsa Magaalaa Baatuu fi wajjira kantiiba Bulchinsa Magaalaa Baatuu tiin l...
07/12/2023

Guyyaa 27/03/2016 qindomina wajjira PSMQN Bulchinsa Magaalaa Baatuu fi wajjira kantiiba Bulchinsa Magaalaa Baatuu tiin leenjii mata duree Farraa malammaltumma fi sirna kessummessa komii irratti kennamee Jira.Hoggantuun wajjira PSMQN Bulchinsa Magaalaa Baatuu Addee Durettii Gammuu Gama isanitiin safuu fi sabbata harmee tennaa haa egganuu haqaan ummata osoo hin baratiin nuu barsiisee haa tajajilluu jedhan

Bul.Mag.Baatuutti ayyaana Sabootaa Fi sablammootaa Bara 2016 marsaa 18 kabajamu ilaalchisee guyyaa har'aa duula qulqulli...
01/12/2023

Bul.Mag.Baatuutti ayyaana Sabootaa Fi sablammootaa Bara 2016 marsaa 18 kabajamu ilaalchisee guyyaa har'aa duula qulqullinaatiin kan kabajamu yoo ta'u guyyaa boruu Ispoortiin ( Fiigichaan) ni kabajama.

30/09/2023
Bulchinsa Magaalaa Baatuutti Hayyoota YNO waliin ta'uun qindessummaa wajjira PSMQN Bulchinsa Magaalaa Baatuutiin lenjiin...
23/09/2023

Bulchinsa Magaalaa Baatuutti Hayyoota YNO waliin ta'uun qindessummaa wajjira PSMQN Bulchinsa Magaalaa Baatuutiin lenjiin Dhimma kayzeenii irrattii kennamu haala garidhaan jalqabamee jira.lenjichi guyyaa lamaaf kan turu yoo ta'u lenjiin kun kan nuu fayyadu fi hawasaa kenyafiis fayidaa guddaa kan qabudha.Kenna Tajaajilaa Si'ataa Haqa Qabeessa Gochuuf Leenjiin Hojjattoota Mootummaa
Marsaa 1ffaa Kennamaa Jira

Fulbaana 13/2016

Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti yaad-rimee kaayzenii fi gosoota kaayzenii 4ffan irratti YNOtiin kennamu eegalee jira.

Kaayyoon leenjichaa hojjattoonni mootummaa iddoo itti ramadaman hundatti kenna tajaajilaa si'ataa fi haqa qabeessa gochuun ummata isaanii tajaajiluuf kan qopheessu ta'uu I/G Waajjira PSMQN Bulchiinsa Magaalaa Baatuu Aade Dureettii Gammuu himaniiru.

Guyyaa 03/01/2016Hoggannan Wajjira PSMQN Bulchinsa Magaalaa Baatuu  Duranii Obbo Daddafoo Bonsoo fi Hoggantuun Wajjira P...
14/09/2023

Guyyaa 03/01/2016Hoggannan Wajjira PSMQN Bulchinsa Magaalaa Baatuu Duranii Obbo Daddafoo Bonsoo fi Hoggantuun Wajjira PSMQN Bulchinsa Magaalaa Baatuu yeroo ammaa Aadde Durettii Gammuu yeroo wal harkaa fudhinsa taasisan

Osoo Nuti jirru Haati takka lubbuu kennuuf lubbuu dhabuu hin qabdu jedhan Itti Gafatamaan Wajjira Pablik Sarvisii fi Mis...
25/08/2023

Osoo Nuti jirru Haati takka lubbuu kennuuf lubbuu dhabuu hin qabdu jedhan Itti Gafatamaan Wajjira Pablik Sarvisii fi Misooma Qabenya Namaa Bulchinsa Magaalaa Baatuu Obboo Daddafoo Bonsoo

Address

Inside Batu Manuciplity Administration Office
Ziway

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjiira PSMQN Bulchiinsa Magaalaa Baatuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjiira PSMQN Bulchiinsa Magaalaa Baatuu:

Share