Bankii Hojji Gamtaa Oromiyaa Damee Boke Tiko

Bankii Hojji Gamtaa Oromiyaa Damee Boke Tiko Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bankii Hojji Gamtaa Oromiyaa Damee Boke Tiko, Boke T'ik'o.

04/02/2023
28/01/2023

Abdii egeree ijoollee keessanii tumsuuf ammuma eegalaa!
Ijoolleen keessan har’uma mul’ata isaanii ijaaruu akka eegalaniif fayyadamoo Herreega Qusannoo Gaammee taasisaa!

የልጅዎን የነገ ተስፋ ለመገንባት አይዘግዩ! ልጅዎን አሁኑኑ የጋሜ የቁጠባ ሂሳብ ተጠቃሚዎች ያድርጉ!

08/01/2023

Har'a Jimaata sa'aa 10:00 irratti nu eegaa!
Maamiltoota miiliyoona 10 horachuu kenya ilaalchisuun dorgommii gaaffii fi deebii addaa qopheessine irratti akka hirmaattan kabajaan isin afeerra.

Badhaasota
1ffaa: Bilbila (Samsung Galaxy A32)
2ffaa - 4ffaa: Tajaajila Sagalee + Daataa Interneetii + Ergaa gabaabaa hin daangofne kan waggaa
5ffaa - 10ffaa: Tajaajila Interneetii + Ergaa gabaabaa hin daangofne kan waggaa

Qajeelfama dorgommii
• Dorgommiin kun asuma fuula Feesbuukii keenya irratti gaggeeffama.
• Dorgomtoonni deebii isaanii saanduqa yaadaa (comment box) qofa irratti kennuudhaan hirmaatu.
• Dorgomtoonni 10n jalqabaa deebii sirrii kennan mo'attoota ta'u.
• Hojjettoonni baankichaa dorgommii kana irratti hin hirmaatan.
• Mo'attoonni sa'aatii 24 keessatti ni ifoomsamu.

Carraa Gaarii!

ዛሬ አርብ 10፡00 ሰዓት ላይ ይጠብቁን
10 ሚሊየን ደንበኞችን ማፍራታችንን በማስመልከት ያዘጋጀነው ልዩ የጥያቄ እና መልስ ውድድር እንዲሳተፉ በክብር እንጋብዝዎታለን።

ሽልማቶች
1ኛ፦ ሳምሰንግ ጋላክሲ A32 ስማርትፎን
2ኛ - 4ኛ፦ ዓመታዊ ያልተገደበ ድምጽ + ኢንተርኔት + SMS
5ኛ - 10ኛ፦ ዓመታዊ ያልተገደበ ኢንተርኔት + SMS

የውድድሩ መመሪያዎች
• ውድድሩ እዚሁ የፌስቡክ ገፃችን ላይ የሚካሄድ ይሆናል።
• ተወዳዳሪዎች መልሳቸውን በሀሳብ መስጫ ሳጥን ብቻ በመስጠት ይሳተፋሉ።
• ትክክለኛ መልስ የሰጡ የመጀመሪያዎቹ 10 ተወዳዳሪዎች አሸናፊ ይሆናሉ።
• የባንኩ ሠራተኞች በውድድሩ ላይ መሳተፍ አይችሉም።
• አሸናፊዎቹ በ24 ሰዓት ውስጥ ይፋ ይደረጋሉ።

መልካም እድል!

03/01/2023

Kotta banki hojji gamtaa oromiyaa damee bokee xiqqo fayyadamaa

03/01/2023
17/12/2022
  walgurmessun kootta accounti baanki hojjii gamtaa banadha sheris bitadhaa abbaa baankii tahaa!
16/12/2022

walgurmessun kootta accounti baanki hojjii gamtaa banadha sheris bitadhaa abbaa baankii tahaa!

Address

Boke T'ik'o

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bankii Hojji Gamtaa Oromiyaa Damee Boke Tiko posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share