West Arsi culture and tourism

West Arsi culture and tourism Like and follow west arsi culture and tourism updates

17/05/2022
07/05/2021
04/05/2021

OBN Ebla 25,2013-Itoophiyaan gama Turiizimiin filatamtuu fi gabaa idil Addunyaarratti dorgomaa gochuuf hojiiileen dandeessisan xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu, Turizimiin Itoophiyaa beeksise.

Daariktarri Olaanaan Turiizimii Itoophiyaa, Obbo Silashii Girmaa, sadarkaa biyyaalessaatti jijjiirama dhufe waliin walqabatee Mootummaan bakkeewwan turiizimii misoomsaa akka jiru himaniiru.

Pirojektii maaddii Shaggar gara maaddii biyyatti guddisuun haroowwan Naannoo Oromiyaa Waancii, Naannoo Kibbaatti Koyishaa Naannoo Amaaraatti Gorgooraatti bakka turiizimii cimaa gochuuf hojiiwwan baay’een hojjetamaa jiru jedhan.

Maaddii Shaggar gara Maaddii Biyyaatti akkuma guddifne Maaddi biyyaa gara Ardiitti guddisuun qabeenya Itiyoophiyaa fayyadamuun haga gabaa Afriikaatti babal'isuun akka danda'amu mirkaneessineerra jedhan.

Gama kanaan Biyyattii Afriikaa keessatti fakkeenya akka taatu gochuuf hojjetamaa jira jedhan.

Tuuristoonni Itiyoophiyaa akka filataniif hojiileen garaa garaa hojjetamaa jira kan jedhan, Obbo Silashiin Hojiileen beeksisuu kanneen ammayyeessan gabaa tuuriizimii idil Addunyaatti Itiyoophiyaa dorgomaa taasisuu akka danda'an ta'u dubbatan.

Daawwachiftonni eeyyama akka argatan daawachiiftonni dhuunfaa gara waldaalee daawachiiftotaatti akka guddatan hojjetmaa jiras jedhan.Madda:-Dh.P.I

23/04/2021

Sof-Omar Cave is the longest underground cave in Africa, with a total length of over 15 km.

23/04/2021

Happy
Earth is the mother to all forms of life. We have one planet to call our own,Lets make each day earth day!

08/02/2021
Sinke Oromo women’s cultural conflict resolution mechanism is part and parcel of Oromo’s Geda System. The system has irr...
05/02/2021

Sinke Oromo women’s cultural conflict resolution mechanism is part and parcel of Oromo’s Geda System. The system has irreplaceable role in sustaining national peace. Sinke is one of the cultural practices that women preserve their rights and freedom; and discharge their societal responsibilities accordingly. The system enables them to resolve a number of problems.

Leenjiin gahee Siinqee fi Qanafaa mirga Dubartootaa irratti kabachiisuu fi walitti bu'iinsa furuuf qabu irratti yunivari...
05/02/2021

Leenjiin gahee Siinqee fi Qanafaa mirga Dubartootaa irratti kabachiisuu fi walitti bu'iinsa furuuf qabu irratti yunivaristii Arsii fi Waajjira Aadaa fi Turizimii Godina Arsii lixaa wajjiin ta'uun magaalaa Shaashamanneetti kennamaa jira.

03/02/2021

Ostrich in Abidjatta-Shalla National Park.
Land of diverse beauty.

Ethiopia Launches National Convention bureau and mice Ethiopia Brand.
02/02/2021

Ethiopia Launches National Convention bureau and mice Ethiopia Brand.

𝐇𝐚𝐩𝐩𝐞𝐧𝐞𝐝 𝐭𝐨𝐝𝐚𝐲!

𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐩𝐢𝐚 𝐋𝐚𝐮𝐧𝐜𝐡𝐞𝐬 𝐍𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐚𝐥 𝐂𝐨𝐧𝐯𝐞𝐧𝐭𝐢𝐨𝐧 𝐁𝐮𝐫𝐞𝐚𝐮 & 𝐌𝐈𝐂𝐄 𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐩𝐢𝐚 𝐁𝐫𝐚𝐧𝐝

H.E. President Sahilework Zewude & H.E.Ato.Hailemariam Desalegn officially launches the establishment of Ethiopian Convention Bureau and MICE Ethiopia tourism Brand.

The president appreciates the great work of tourism Ethiopia towards establishing the bureau and designing a new brand for MICE Ethiopia with a support from the private sector.

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when West Arsi culture and tourism posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to West Arsi culture and tourism:

Share