Jijjiirraa Waliin Waliinii

Jijjiirraa Waliin Waliinii Just to connect people who need to change their work place with each other!

08/10/2024

JIRRA JIRTUU?

30/08/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Netsanet Wendimu, Burane Gw

Funny
08/04/2024

Funny

Seerota kubbaa miilaa duraanii (keessattuu kan dasee irraa hodhamuu) keessaa maal faa yaadattu?
08/04/2024

Seerota kubbaa miilaa duraanii (keessattuu kan dasee irraa hodhamuu) keessaa maal faa yaadattu?

Poorchugalitti ifni aduu haguuggamuun dukkanni guyyaadhaan mullachuun dubbatamaa jira.
08/04/2024

Poorchugalitti ifni aduu haguuggamuun dukkanni guyyaadhaan mullachuun dubbatamaa jira.

25/07/2023

koo, Waaqayyo boquu kee ol haa qabu!

Yaa qormaata biyya lafaa! Yaa rakkinaa! Yaa carraa! Akka hin taane nama gooti. Garuu inuma dabarti!

Fedhasaa Taaddasaa Guutaa jechuun:
- Gargaaraa piroofeesaraati (assistant professor).
- Barataa PhD ti
- Hayyuu qorannoofi qo’annoo addaa addaa hojjeteefi maxxansiise!
- Barreessaafi gulaalaa kitaabotaati
- Barsiisaa yuunivarsiitiitii Wallaggaati.
- Nama Akkaadaamii Afaan Oromoo gadi dhabuuf ifaajii guddaa taasisaa ture.
- Nama dhaloota meeqa ogummaa isaatiin gorsee gargaare!
- Nama kolfaafi tapha malee mataa buusuu hin beekne.
- Nama onneefi hamilee guddaa qabu
- Nama ijoollee sadii guddisu…

Nama akkasii kana qormaanni guddaan karaa maatiisaa itti dhufte. - giiftii haadha warraasaa, haadha ijoolleesaa dhibeen itti hammaatte. Dhibeen haammatte kun daangaa dabartee qaroo ijashee lamaan jaamsite.
Fedhasaan haadha warraasaa yaalsisuutti barnoota PhD addaan kute. Waan qabu hunda fixate. Hamileefi jabinni isaa ni tuqame.
Namni Oromoofi Oromiyaaf abdii, maatiisaaf utubaa ture kun har’a haala nama gaddisiisu keessa jira. Haadha warraasaa yaalsisuuf humna dhabe, ijoollee guddisuuf abdii dhabe. Gargaarsa keenya barbaada!

Waan dandeenyu gumaachinee yoo abdii taaneef hoo? Siif jirra yoo jenne hoo? Harkasaa yoo qabne hoo?

Fedhasaa Taaddasee Guutaa
CBE: 1000282203298
OB: 1124962800001
Awash Bank: 01320173994800
CBO: 1000038382849
Lakk. Bilbilaa: 0946677313

Galatoomaa!

Gadda Onnee Nama Cabsu!
25/07/2023

Gadda Onnee Nama Cabsu!

25/07/2023

JIJJIIRRAA WALIIN WALIINII

20/10/2022

Ani kanan jiru sh/ki/lixaa, Aanaa Qarsaa maallimaati
Kanan galuu barbaadu Aanaa Kuyyuu iddoo fedheyyuu
Gosti barnoota koo baayoloojii
Sadarkaa barnootaa digirii
Tajaajila waggaa Shan
Ulaagaa kana Kan guutu anaan Wal jijjiiruu waan danda'uuf karaa fuula FB koo
Hayilee maammoo na dubbisaa.
Hub iddoon ani jiru haala mijataa qaba.

Address

Shashemene

Telephone

+251910401668

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jijjiirraa Waliin Waliinii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share