Imala galma Badhaadhinaatti

Imala galma Badhaadhinaatti Ilaaf Ilaamee!

11/03/2026

🎉 Baga waggaa 21ffaa geessan!

Cooperative Bank of Oromia (Baankii hojii gamtaa oromiyaa) jechuun baankii uummataaf dhaabbate, uummataan ijaarame, uummata tajaajiluudha.

Waggaa 21 darban keessatti baankiin kun hojii guddaa hojjeteera. Qonnaan bulaa deeggaruu, dargaggootaaf carraa uumu, akkasumas hawaasa keenya keessatti dinagdee guddisuu keessatti shoora olaanaa qaba.

Akka brand ambassador tokkootti, dhaabbata amanamummaa, hojii cimaa fi guddina uummata keenyaaf dhaabbate kanaan baay’een boona.

Fuuldurattis tajaajila ammayyaa fi digital banking babal’isuun hawaasa keenyaaf carraa haaraa uumuun guddina waaraa akka fidu abdii qaba.

Fuuldurattis waggoota hedduuf milkaa’ina, guddina fi tajaajila caalu hawwina!

🎊 Baga gammaddan!

22/02/2026

Sirna keef, biyya kee laphetti qabadhu, qarretti ijjadhuu, diina irra eeggadhu! luka lamaan dhaabbattee gaaf diinaaf carraa laatte! si liqimsaa beekkadhu! gaafas gaabbitees hin dhaqqabduu warra lixaa irraa baradhu!
!!

🌴 Langanno Beach Resort 🌊Riizortii ajaa’ibsiisaa qarqara Haroo Laangannoo irratti argamu!Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Ar...
01/02/2026

🌴 Langanno Beach Resort 🌊
Riizortii ajaa’ibsiisaa qarqara Haroo Laangannoo irratti argamu!

Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Arsii keessatti, riizortiin ammayyaa’aa fi dijitaalaan deeggarame kun dhalataa naannichaa dargaggoo Isaayyaas Daani’eeliin ijaarsi isaa jalqabameera.

Riizortiin kun riizortoota duraan ijaaraman hunda irraa bifa adda ta’een kan bocame yoo ta’u, miidhagina uumamaa, hawwata olaanaa fi meeshaalee ammayyaa’aan guutamee kan ijaarameedha.

✨ Boqonnaa, bashannanaa fi tasgabbii sammuu bakka tokkotti argattu!
🎉 Baga gammaddan, baga gammanne!
Xumuramee waliigalaan eebbifamee tajaajila jalqabuu akka danda’u abdii guddaan eegamaa jira.
📍 Qarqara Haroo Laangannoo – Arsii Lixaa, Nageellee Arsii
💥💥💥💥💥💥💥💥

🌴 Langanno Beach Resort 🌊
ልዩ ውበት ያለው በላንጋኖ ሐይቅ ዳር የሚገኝ ሪዞርት!
በምዕራብ አርሲ፣ በነገሌ አርሲ ወረዳ ውስጥ፣ ዘመናዊና በዲጂታል ቴክኖሎጂ የተደገፈ ይህ ሪዞርት በአካባቢው ተወላጅ ወጣት ኢሳያስ ዳንኤል ተነሳሽነት የግንባታ ሥራው ተጀምሯል።

ይህ ሪዞርት ከቀድሞ የተገነቡ ሪዞርቶች ሁሉ በተለየ አቀራረብ የተዘጋጀ ሲሆን፣ የተፈጥሮ ውበት፣ ከፍተኛ ማራኪነትና ዘመናዊ መገልገያዎችን በአንድ ላይ ያካተተ ነው።

✨ እረፍት፣ መዝናኛና የአእምሮ ሰላም በአንድ ቦታ! 🎉 እንኳን ደስ አላችሁ፣ እንኳን ደስ አለን! ሪዞርቱ በቅርቡ ሙሉ በሙሉ ተጠናቆ ተመርቶ አገልግሎት መጀመሩን በታላቅ ተስፋ እየተጠበቀ ነው።
📍 የላንጋኖ ሐይቅ ዳር – ምዕራብ አርሲ፣ ነገሌ

💥💥💥💥💥💥💥💥💥
🌴 Langanno Beach Resort 🌊
A uniquely beautiful resort located on the shore of Lake Langanno!

In West Arsi, Negelle Arsi Woreda, this modern and digitally supported resort project was initiated by a local young entrepreneur, Isayas Daniel.

The resort is designed with a distinctive concept that sets it apart from previously built resorts. It is developed by blending natural beauty, high-level attractiveness, and modern facilities.

✨ A place where relaxation, entertainment, and peace of mind come together! 🎉 Congratulations to all of us! There is great anticipation that the resort will soon be fully completed, officially inaugurated, and begin providing services.
📍 Shore of Lake Langanno – West Arsi, Negelle Arsi

Address

Paartii Badhaadhina Damee Arsii Lixaa
Shashemene

Telephone

+251910700581

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Imala galma Badhaadhinaatti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share