Magaala Roobe Buufata Fayyaa Baha Biiftu

Magaala Roobe Buufata Fayyaa Baha Biiftu Health education and promotion

Deeggartoonni Arsenal Baga gammaddan Arsenal Congratulations 👏
24/05/2026

Deeggartoonni Arsenal Baga gammaddan
Arsenal Congratulations 👏

Caamsa 14/2018Waajjirri Fayyaa M/Roobe gamaggamni hojii xiyyeeffanna barbaadan Torbee Lama keessatti xumuramuu qabna jed...
22/05/2026

Caamsa 14/2018
Waajjirri Fayyaa M/Roobe gamaggamni hojii xiyyeeffanna barbaadan Torbee Lama keessatti xumuramuu qabna jedhan guyyaa har'a qooda fudhatootta waliin bakka I/Gtu Wajjirafayyaa Magaalaa Roobee Sr Mahfuza Jemal jiranitti gamaggamni geggeeffameera.

Ragaa ODK headcount ragaa sassaaabuun daimman talaalli adda kutan akka talaallaman gochuu fi galmee miseensa IFH NID galmeessuu akkasumas hojii reform dhabbilee Fayyaa irratti hojjjatamanis dabalatee guyyaa har'a I/G waajjira Sr Mahfuza jamal Ekispartii bobba'an hundaafi Dayrektarota PHCU hojii kenname qoratanii jiru.hoji hanga Amma hojjatame foyyee taus ammas Hojii IFH harca'anii hafan Nagahee oldeebisuu fi galmee NID fi ODK Gandi hunduu OEF xiyyeeffanna kennanii guyyaa muraasa keessatti akka keessa bahamuu qabu fi Ekispartii fi DPHCU hojii kenname kana guyyaa guyyaan hordofuun olmaa sadarka Ganda fi PHCU ilaala deemun hojii kenname kana torbee tokko keessatti xumuruu qabna jechuun kallatti kahaniiru

‎Milkaa'inoota damee hawaasummaatiin galmaa'an caalmaatti itti fufsiisuuf badhaadhina filadhaa.‎Itoophiyaa Gara Biyya Fa...
18/05/2026

‎Milkaa'inoota damee hawaasummaatiin galmaa'an caalmaatti itti fufsiisuuf badhaadhina filadhaa.

‎Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti
‎Mallattoon keenya Nadoo Qamadiiti. Wajjirafayyaa Magaalaa Roobee
‎
‎

14/05/2026

Olka'uu dhiibbaa dhiigaa, mallattoolee isaafi wantoota gochuu qabnu.

14/05/2026
  👉  Sagantaan Duula Nafiladhaa partii Badhadhinaa miseensa Partii waliin Bakka I/G waajjira Fayyaa Sr Mahfuza jamal jir...
14/05/2026


👉 Sagantaan Duula Nafiladhaa partii Badhadhinaa miseensa Partii waliin Bakka I/G waajjira Fayyaa Sr Mahfuza jamal jiranitti miseensa PB Hojjataa Fayyaa hunda hirmaachisuun geeggeeffameera.

Paartiin Badhaadhinaa fedhii bu'uuraa uummattootaa karaa bu'a qabeessaafi fulla'insa qabuun mirkaneessuuf guddina diinagdee si'ataa, hunda-galeessa, addunyaarratti dorgomaa ta'e mirkaneessuun Itoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taate ijaaraa jira.

Paartii Badhaadhinaa filadhaa!
Mallattoon keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.

Waajjirri Fayyaa Harannaa Hojii gaarii hojjataa jirtuu jabaadha Fayyaan Faaya
10/05/2026

Waajjirri Fayyaa Harannaa Hojii gaarii hojjataa jirtuu jabaadha Fayyaan Faaya

10/05/2026

Address

Beha Biftu
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Magaala Roobe Buufata Fayyaa Baha Biiftu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share