08/11/2022
Kaayyoon Waajjira Abbaa Alangaa aangoo fi gahee hojii heeraa fi labsiidhaan waajjirichaaf kennaman hojiirra oolchuun nageenyi, bilisummaa , dantaan ummataa fi mootummaa akka kabajamu taasisuu dha. kana galmaan gahuuf Hubannoo seeraa uumuun hawaasni mirgaa Fi dirqama isaa beeke yakkarraa of qusatuun yakki raawwatamee yoo argame bilbilaan , qaamaan ykn karaa kamiyyuu eeruu kennuun haqa bira yoo dhaabbatee dha.
waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Harannaa Bulluqis kanuma galmaan gahuuf page kana kan bane waan ta'eef comment , share , like gochuun haqaan haqaaf nu bira dhaabbadhaan ergaa keenya .
Hora Bula .