Mana Murtii Ol'aanaa Godina Gujii Lixaa

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Gujii Lixaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Murtii Ol'aanaa Godina Gujii Lixaa, Government Official, Oromia Region.

17/11/2025
Bulee Horaa  8/2018Mariin hojii ijoo baatii 1 Manneen Murtii G/G/Lixaa gaggeefffame. #Manni Murtii Olaanaa Godinaa Gujii...
17/11/2025

Bulee Horaa 8/2018
Mariin hojii ijoo baatii 1 Manneen Murtii G/G/Lixaa gaggeefffame. #
Manni Murtii Olaanaa Godinaa Gujii Lixaa hojii ijoo kurmaana 1ffaa asitti raawwataman irratti marii gaggeesseera. MMA hundi raawwii hojii baatii 1Kan dhiheessan yoo ta'u,dhiheessi dhihaaterratti mariin taasifamee kallattiin hojii waliigalaa Pir.MMO kab.Ob.Sanyii Ayyalaatiin kennameera.

13/11/2025

Waamicha Eeeggataa Gargaaraa Abbaa Seeraa Mama Murtii Aanaa
---------------------------
(Sadaasa 4, 2018 MMWO, Caffee Araaraa, Finfinnee)- Gargaartota Abbaa Seeraa MMA leenjii akka galan murtaa'e keessaa dhiironni 3 fi dubartoonni 2 leenjii otoo hin galiin kan hafan ta'uu Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa nu beeksisee jira.
Waan ta'eefis eeggattoota dorgomtoota dhiiraa kan turtan 1ffaa-Eebbisaa Taammanee 2ffaa- Tolaa Maammoo fi 3ffaa- Alamuu Abraaahim akkasumas eeggattoota dubartootaa kan turtan 1ffaa- Caaltuu Fiixaa fi 2ffaa- Hawwii Eebbisaa leenjii akka eegaltan waan murtaa'eef waajjiraalee AA dhiyeenya keessanitti argamtti argamuun wabii erga guuttanii booda unkaa wabummaa itti guuttan waraabbii 1 fi xalayaa nama wabii isniif ta'ee waraabbii 1 qabattanii hanga gaafa 8/3/2018tti Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti argamuun leenjii akka jalqabdan ni beeksifna.

13/11/2025
Bulee Horaa   28/2018Mariin Koreen JBAH G/G/Lixaa gaggeefffame. #Mariin Koreen JBAH Mana Murtii,M/H/A/Alangaa,Q/poolisii...
09/11/2025

Bulee Horaa 28/2018
Mariin Koreen JBAH G/G/Lixaa gaggeefffame. #
Mariin Koreen JBAH Mana Murtii,M/H/A/Alangaa,Q/poolisii GGL fi Qaj.Poolisii M/B/Horaa akkasumassi,M/A/Sirreessaa GGL hirmaachise Manni Murtii Olaanaa Godinaa Gujii Lixaatti gaggeeffameera.Marii Kanarratti haala kennaa tajaajila haqaa Godinichaa fi TQO hojiirraa oolchuun walqbatee sochiiwwaan jiran irratti mari'atamee kallattiin fuula duraa kaa'uun marichi goolabameera.

29/10/2025
Bulee Horaa   14/2018Gamaggaamni kurmaanaa 1ffaa Manneen Murtii G/G/Lixaa gaggeefffame. #Manni Murtii Olaanaa Godinaa Gu...
24/10/2025

Bulee Horaa 14/2018
Gamaggaamni kurmaanaa 1ffaa Manneen Murtii G/G/Lixaa gaggeefffame. #
Manni Murtii Olaanaa Godinaa Gujii Lixaa gamaggama kurmaana 1ffaa gaggeesseera.Gamaggama Kanarratti MMA hundi raawwii hojii kurmaana 1ffaa Kan dhiheessan yoo ta'u,gaabaasa dhihaaterratti mariin taasifamee kallattiin hojii waliigalaa Pir.MMO kab.Ob.Sanyii Ayyalaatiin kennameera.

Address

Oromia Region

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Ol'aanaa Godina Gujii Lixaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share