Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Shanan Dhuuggoo

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Shanan Dhuuggoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Shanan Dhuuggoo, Oromia Region.

27/03/2026

Haqni Abbaa Haqaatiif haa tahu !!

Hubannoon Seeraa Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Shanan Dhuuggootiin Barattootaaf kenname===============Guyyaa kana 28/2/20...
07/11/2025

Hubannoon Seeraa Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Shanan Dhuuggootiin Barattootaaf kenname
===============
Guyyaa kana 28/2/2018 MB Sad. 2ffaa Aanaa Shanan Dhuuggootti: Abbootii Alangaa tibba kana gara Mana hojii keenyaatti makaman Hirmaachisuun, Ogeessota Midiyaa Aanaa, Hawaasa MB, Wirtuu Tajaajila seeraa bilisaa Yunivarsiitii Haromaayaa waliin argamuun HS
Mata-dureewwan:
1ffaa. Yakka namaan daldaluufi daangaa ceesisuu
2ffaa Yakkoota Dubartii fi Daa'imman irratti raawwataman
* Umrii malee heerumuu
* Kittaanuu
* Guddeeddii
* Butii
3ffaa Mirgoota Daa'imman fi Dubartii
4ffaa Tajaajila seeraa bilisaa fi ulaagaa Tajaajilli kun ittiin argamu
5ffaa Naamusa barattootaa irratti HS Keessattuu yakkoota daangaa ceesisuun walqabatee intarneetii sosocha'aa fayyadamuun Vidiyoodhaan gidiraa namoota daangaa seeraan ala cehan irratti gahu ilaalchisee HS Barattoota Dhi= 589, Dub=403, ida'ama 992, Barsiiftoota Dhi= 33, Dub=1 ida'ama 34, waliigala Namoota 1,026(kuma tokko fi diigdamii jaha) tahaniif HS gahaan kennameera

HS WAAA Shanan Dhuuggoo===================Guyyaa kana 28/2/2018 MB Sad. 2ffaa Aanaa Shanan Dhuuggootti: Abbootii Alangaa...
07/11/2025

HS WAAA Shanan Dhuuggoo
===================
Guyyaa kana 28/2/2018 MB Sad. 2ffaa Aanaa Shanan Dhuuggootti: Abbootii Alangaa tibba kana gara Mana hojii keenyaatti makaman Hirmaachisuun, Ogeessota Midiyaa Aanaa, Hawaasa MB, Wirtuu Tajaajila seeraa bilisaa Yunivarsiitii Haromaayaa waliin argamuun HS
Mata-dureewwan:
1ffaa. Yakka namaan daldaluufi daangaa ceesisuu
2ffaa Yakkoota Dubartii fi Daa'imman irratti raawwataman
* Umrii malee heerumuu
* Kittaanuu
* Guddeeddii
* Butii
3ffaa Mirgoota Daa'imman fi Dubartii
4ffaa Tajaajila seeraa bilisaa fi ulaagaa Tajaajilli kun ittiin argamu
5ffaa Naamusa barattootaa irratti HS Keessattuu yakkoota daangaa ceesisuun walqabatee intarneetii sosocha'aa fayyadamuun Vidiyoodhaan gidiraa namoota daangaa seeraan ala cehan irratti gahu ilaalchisee HS Barattoota Dhi= 589, Dub=403, ida'ama 992, Barsiiftoota Dhi= 33, Dub=1 ida'ama 34, waliigala Namoota 1,026(kuma tokko fi diigdamii jaha) tahaniif HS gahaan kennameera

07/11/2025
Justice
05/11/2025

Justice

Hubannoo Seeraa.Onkololeessa 5/2/2016 Waajiiri  Abbaa Alangaa Aanaa Shanan dhuuggoo Waajjiira Afa-yaa'ii Aanaa Shanan dh...
16/10/2023

Hubannoo Seeraa.
Onkololeessa 5/2/2016
Waajiiri Abbaa Alangaa Aanaa Shanan dhuuggoo Waajjiira Afa-yaa'ii Aanaa Shanan dhuuggoo waliin ta'un Kabajaa Ayyaana Guyyaa Alaabaa sababa gochuun hawasaa aaniichaa fi hojjatootaa mootummaa Ayyaanichaa kabajuuf waliitti qabamaan namootaa 950 ol ta'aniif heeraa mootummaa ,Labsii Alaabaa Feedralaa lakka 654/2001 fi Labsii Alaabaa Nannoo oromiyaa lakka. 9/1988 irratti maarii panalii qoopheessun waa'ee Alaabaa Hikaa isaa, Barbachisuumaa isaa fi haala itti fayadamaa isaa irratti hubannoo seeraa kennameera

Hubannoo Seeraa.Fulbaana 30/1/2016 πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘Waajiiri  Abbaa Alangaa Aanaa Shanan dhuuggoo Mana Barumsaa Sad. 1ffaa Dr.Kab...
11/10/2023

Hubannoo Seeraa.
Fulbaana 30/1/2016
πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘πŸ”‘
Waajiiri Abbaa Alangaa Aanaa Shanan dhuuggoo Mana Barumsaa Sad. 1ffaa Dr.Kabajaa Artiist Alii Birraatti baratoota kutaa5ffaa-8ffaa jiraniif Mata-Dureewwan:-
1ffaa Mirga Namoomaa
2ffaa Mirga Dubartootaafi Daa'immanii: Seera Biyya keenyaafi idil-Addunyaa CRC fi CEDAW dabalatee
3ffaa Yakkoota Koorniyaa bu'uura godhachuun raawwatamaan fi Adabii isaanii
4ffaa Mirgaafi Dirqama Barattootaa
jedhu irratti barattoota Dhi=687, Dub= 789, Barsiiftoota Dhi= 38, Dub= 14 , Akka waliigalaatti Namoota 1,526(kuma tokko fi dhibba shan fi diigdamii jahaaf) Hubannoo Seeraa laatameera

Huubannoo Seeraa.Waajiiri  Abbaa Alangaa Aanaa Shanan dhuuggoo Guyyaa har'aa jachuuniis gaafa guyyaa 7/1/2016 Go/H/Lixaa...
18/09/2023

Huubannoo Seeraa.
Waajiiri Abbaa Alangaa Aanaa Shanan dhuuggoo Guyyaa har'aa jachuuniis gaafa guyyaa 7/1/2016 Go/H/Lixaa Aanaa Shanan dhuuggoo Magalaa masalaa Araddaa 01 keessatti Dargagootaa haala kabajaa Ayyaana irreechaa bara 2016 irratti mari'achuuf waaliitti qabamaan baa'yiinii isaani dhira nama 221 dubartii nama 3 waligalaa namootaa 224 ta'aniif mata duree
1ffaa Heeraa Mootummaa irratti
2ffaa DambiiToo’annoo NageenyaTiraafikaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk.194/2009 irratti
3ffaa Labsii Inshuraansii Konkolaataa Balaa Qaama Sadaffaa Labsii Lakk.799/2013 Irratti Huubannoo seeraa kenne jira

Address

Oromia Region

Telephone

+251982982818

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Shanan Dhuuggoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share