Guba koricha Woreda Health Office

Guba koricha Woreda Health Office Fayyaan faaya

Wajjiraa Fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa**************************************** Muddee 19/2018  Wajjirii fayyaa Aanaa Gubb...
28/12/2025

Wajjiraa Fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa
****************************************

Muddee 19/2018 Wajjirii fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa Yaa’ii Waliigalaa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Gaggeesse.
Godina Harargee Lixaa, Aanaa Gubbaa Qorichaati fayyadamummaa hawaasaa roga hundaan jiru mirkaneessuu fi tajaajila fayyaa qulqulluu hawaasaaf dhaqqabsiisuuf, Guyyaa har'aa Yaa’iin Waliigalaa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa (IFH) akkasumas Sagantaan Sosochii TSEDU Gubbaa Qorichaa fi Sagantaan Sossochii Tumsa Dhaabbilee Fayyaa Bu’uuraa (EPAQ) dhimmoota Aanaa Ceesisuu wal qabatuu irraati haala miidhagaa ta’een bakka hoggansii ol'aanaa Aanaa,Hoggansi ol'aanaa Gandoota,Hojjattota eksiteeshini fayyaa ,Oggeessa Buufata fayyaa fi oggeessota mgt wajjiraa fayyaa hundi argamaniti gaggeeffameera.

Fayyaan faaya Horaa Bulaa.

02/12/2025
update 21/3/2018
30/11/2025

update 21/3/2018

Guba koricha Health team at Smart city!!!!
18/06/2025

Guba koricha Health team at Smart city!!!!

Wajjiiraa Eegumsa fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa.Eergaa Galateeffannaa****************************************Bitott.28/20...
06/04/2025

Wajjiiraa Eegumsa fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa.Eergaa Galateeffannaa
****************************************
Bitott.28/2017 Buufannii fayyaa Kammoona du'atii hadhoolee fi da'immaan xiqqeessuuf kennaa tajaajila isa balbal'isee hojjachaa jiraachuu isaa ni beekama. Keessumatu yeroo dhiyoo as tajaajila ultra sound fi oksiijinii kennuun namoota tajaajila wan kana dhabuuf gagga'ama hamaaf saxiilaman jiraaniif wabii tahaa jiraa. Kanuma ilaalichise obbolleessa keenya Aqiil shariifa rakkoo dhiyeessii gama oksijiini kana jiruu furuuf jedhe oksijiini siliindarii tokko oksjiniin guutame fi wantoota isa barbaachisuu waliin guyyaa har'aa deggarsa buufata fayya kammoonatiif godhan jiruu. akkasumaas wantoota biroo isiin barbaachisuu isiin deggaruuf qophiidha nuun jedha jiruu.obbolleessa keenya Aqiil shariifa ulfaadha, galataa gudda argaadha fayyaa tahaa umrii dheeradha jennan.

Fayya faaya

Hora bulaa.

Wajjirii fayyaa Aa/Gu/Qorichaa  gamaggamaa rawwii  hojii kurmaana 3ffaa qoratu eegale***********************************...
03/04/2025

Wajjirii fayyaa Aa/Gu/Qorichaa gamaggamaa rawwii hojii kurmaana 3ffaa qoratu eegale
******************************************
Bitoottessa 25/2017 Wajjirii fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa Gamaggama rawwii hojii kurmaana 3ffaa Guyyaa sadiif turuu har'a gaggeessuu eegale.Gamaggamaa kanaanis rawwii hojii waliigala kurmaana 3ffaa fi rawwii hojii hanga amma kan ilaalamu yommuu tahuu gamaggama kana irraati manaajiimantii wajjiiraa ,manaajiimantii Buufatalee fayyaa , akkasumaas qooda fudhaatoni irraati argaman jiruu.....

Fayyaan faaya
Horaa Bulaa.

Gurraandhala 19/2017Seektarri qinda'aan Hawaasummaa Aanaa G/Qorichaa Marii dhimmoota fayyaa,barnoota fi gurma'insaa hawa...
28/03/2025

Gurraandhala 19/2017
Seektarri qinda'aan Hawaasummaa Aanaa G/Qorichaa Marii dhimmoota fayyaa,barnoota fi gurma'insaa hawaasummaa irraati hoggansaa hawaasummaa gandaa,HEF fi hoggansaa buufatalee fayyaa waliin gaggeessa ture karaa guutuu tahee xumure jiraa.

Fayyaa faaya

Address

Oromia Region

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Guba koricha Woreda Health Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Guba koricha Woreda Health Office:

Share