Waajjira Dhi/Hoj/ Fi Hawaasummaa Aa/Gu/Qorichaa

Waajjira Dhi/Hoj/ Fi Hawaasummaa Aa/Gu/Qorichaa Guba Koricha

16/07/2024
Waxabajjii 22 G/H/Lixaatti, Dhaabbanni Agaaphee jedhamu Waajj/Dhi/Hoj/ fi Hawaasummaa waliin ta'uudhaan Qaamaa miidhamto...
29/06/2024

Waxabajjii 22 G/H/Lixaatti, Dhaabbanni Agaaphee jedhamu Waajj/Dhi/Hoj/ fi Hawaasummaa waliin ta'uudhaan Qaamaa miidhamtoota torbaatamaaf Wiincherii deeggarsa godhee jira. Hojiin Q/Miidhamtoota Gargaaruu hojii rabbi biraa suhaaba, kutaa hawaasaa dagatame yaadachuun guddina biyyaa keessatti Q/miidhamtoonni hirmaachuu akka danda'an jajjabeessuuti. Kanaaf waliin taanee Q/M haa ijaarruu.

Ebla 18/2015 Waajjira Dhi/Hoj/Hawaasummaa Aa/Gu/Qorichaatti Hojjattoonni Waajjirichaa waliin mariin erga  gaggeeffame bo...
26/04/2023

Ebla 18/2015 Waajjira Dhi/Hoj/Hawaasummaa Aa/Gu/Qorichaatti Hojjattoonni Waajjirichaa waliin mariin erga gaggeeffame booda kallattii hojiin gara fuul-duraa irratti Mari'atamee jira.

👉 Hojii Eebbifamaa!!!!!!Dhaabbanni Wal gargaarsa Ahadii fi Dhaabbata kennaa Diaspora Oromoo Biyya Ameerikaatiin Deeggars...
20/02/2023

👉 Hojii Eebbifamaa!!!!!!

Dhaabbanni Wal gargaarsa Ahadii fi Dhaabbata kennaa Diaspora Oromoo Biyya Ameerikaatiin Deeggarsi Meeshaa namoota Miidhama Qaamaa qabaniif akka Aanaa Gub/Qorichaatti Wilcherii Lama(2) kennaadhaan Deeggarsaa nuuf taasisanii jiru.

Ulfaadhaa🙏

04/08/2022
Onkololeessa 11/2013 Marii Kenna Tajaajilaa irratti Cimina jiru itti Fufsiisaa Hanqina jiru akkaataa itti sirreeffachuu ...
21/10/2021

Onkololeessa 11/2013 Marii Kenna Tajaajilaa irratti Cimina jiru itti Fufsiisaa Hanqina jiru akkaataa itti sirreeffachuu dandahu irratti Hojjattoonni Waajjira Dhi/Hoj/Hawaasummaa Aa/Gu/Qorichaa Mari'atee kallattii fuula duraatis kaayyatee Kira.

Waajjira Dhi/Hoj/Hawaasummaa Aa/Gub/QoruchaaGamaaggama Raawwii Hojii Kurmaana 1ffaa keessatti hanqinootaa turan sirreess...
11/10/2021

Waajjira Dhi/Hoj/Hawaasummaa Aa/Gub/Qoruchaa

Gamaaggama Raawwii Hojii Kurmaana 1ffaa keessatti hanqinootaa turan sirreessuu fi ciminoota jiran itti fufsiisuuf Mariin Hojjattaata waajjirichaa waliin eegalamee jira.

Address

Oromia Region

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dhi/Hoj/ Fi Hawaasummaa Aa/Gu/Qorichaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share