Bahilu Tamiru

Bahilu  Tamiru Highly motivated and skilled Economics professional with a Master's degree in Development Economics a

Dargaggootni Ulaagaa Kana Guuttan Carraa kana Fayyadamaa.✍️ Beeksisa Qaxarrii Ogeeyyii Jalqabaa 1000 qaxaruuf Biiroon Ga...
20/05/2026

Dargaggootni Ulaagaa Kana Guuttan Carraa kana Fayyadamaa.

✍️ Beeksisa Qaxarrii Ogeeyyii Jalqabaa 1000 qaxaruuf Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Akkaataa Armaan Gadiitti Baasee Jira.
1.Ulaagaawwan isaa fi bakka galmee sirriitti dubbisaa.
2.Galmeen giddu gala ibsame(Biiroo Galiiwwan Oromiyaa,Waajira Galiiwwan Godinaalee,Magaalota,Aanaaleefi Kutaa Magaalaa)mararratti Guyyaa 13-09-2018 irraa eegalee guyyootaa hojii 7 walitti aanan keessatti yeroo ta'u, galmeen sa'atii hojiittidha.
3. Namni tokko yeroo tokko qofa giddu gala tokkotti galmaa'a.

Maddi:- Biiroo Galii Oromiyaati.

Badhaadhina Filadha!Mallattoon Keenya Bissii Qamadiitii!!
10/05/2026

Badhaadhina Filadha!
Mallattoon Keenya Bissii Qamadiitii!!

Dargaggeessi utubaa biyyaati! Eblaa 29/2018 Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Haluuttii Sosochiin Duula Nufilaadhaa Paartii B...
07/05/2026

Dargaggeessi utubaa biyyaati!
Eblaa 29/2018
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Haluuttii Sosochiin Duula Nufilaadhaa Paartii Badhaadhina Qindeessummaa Gurmmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhina Aanaa Haluun Gaggefameera!!
Paartiin Badhaadhinaa paartii aarsaa dargaggessaatiin ijaarame,Kan dhalootaaf hojjechaa jiruufi fulduraafis rakkoo dargaggootaa gama huundaan hiikuuf ga'umsaa fi tarsiimoo ifa ta'e qabu dha.
Paartii Badhaadhinaa filadhaa!
Mall'atoon keenya Nadoo Qamaditi!
Badhaadhinaa waliin gara biyya fakkenyaatti!

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!Dargaggota fi badhaadhinaSagantaa Sosochii Duula Nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa ...
04/05/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!
Dargaggota fi badhaadhina
Sagantaa Sosochii Duula Nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa Qindeessummaa Gurmuu Dargaggoota Godina Iluu Abbaa Boorifi Magaalaa Mattuutiin Gaggefameera.
Duula Na Filadhaa kana Irratti "Injifannoowwan argaman sadarkaa olaanaatti ceesisuun Itoophiyaa fakkeenya Badhaadhinaa taate ijaaruuf Paartii Badhaadhinaa filachuun murteessaadha." Jechuun Hogganaa I/Aanaa Biiroo Ispoortii fi Dargaggoota Oromiyaa Dargaggoo Kadiir Indaalkaachew ibsan.
Duula Na Filadhaa Qindoomna Godina Iluu Abbaa Boor fi Magaalaa Mattuun Geggeffame irrattis Dargaggootni hirmaatan Hirmaannaa fi Fayyadamummaa dargaggoota Mirkaneessu keessatti Paartii Badhaadhinaa Xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachu himan.

Badhaadhina filachuun, dimokraasii dhugaa filachuu dha!
Badhaadhina Filadhaa!
Badhaadhina filachuun Guddummaa Itoophiyaa mirkaneessuuf murteessuudha.
Mallattoon Keenya Bissii/Nadoo Qamadiiti.

📍Gumaro Tea Plantation, Ilu Aba Bor, Oromia, Ethiopia 🇪🇹Experience the unique opportunity to connect with nature and the...
10/04/2026

📍Gumaro Tea Plantation, Ilu Aba Bor, Oromia, Ethiopia 🇪🇹

Experience the unique opportunity to connect with nature and the people who bring this beloved drink to life at Gumero tea farm!
📷: VisitOromia
Abiy Ahmed Ali

“እግዚአብሔር ከእኛ ጋር ባይሆን ኖሮ...!”        መዝሙር 124:1“"Inni gara keenya gore Waaqayyo utuu ta'uu dhabaatee...!”        Far. 124...
06/04/2026

“እግዚአብሔር ከእኛ ጋር ባይሆን ኖሮ...!”
መዝሙር 124:1
“"Inni gara keenya gore Waaqayyo utuu ta'uu dhabaatee...!”
Far. 124:1
"If it had not been the LORD who was on our side...!"
Psalm 124:1

Development is a broad, multidimensional process aimed at improving the quality of human life by expanding freedoms, cho...
27/03/2026

Development is a broad, multidimensional process aimed at improving the quality of human life by expanding freedoms, choices, and capabilities, rather than merely increasing economic income. It entails positive, sustainable change across economic, social, political, and technological dimensions, focusing on reducing poverty and enhancing equity.

African Economic History Network +4

Key components of development include:

የተሰበረ ተቋማዊ መንፈስን የመጠገን ጥበብ!የአላን ሙላሊ እና የፎርድ ኩባንያ ታሪካዊ ጉዞ በተቋም ግንባታ እና በለውጥ አስተዳደር (Change Management) ዓለም ውስጥ እንደ ትልቅ መመ...
20/03/2026

የተሰበረ ተቋማዊ መንፈስን የመጠገን ጥበብ!

የአላን ሙላሊ እና የፎርድ ኩባንያ ታሪካዊ ጉዞ በተቋም ግንባታ እና በለውጥ አስተዳደር (Change Management) ዓለም ውስጥ እንደ ትልቅ መመሪያ የሚታይ ታላቅ የትምህርት ምንጭ ነው። እ.ኤ.አ. በ2006 ፎርድ የገጠመው ከፍተኛ ኪሳራ ተራ የገንዘብ እጥረት ብቻ ሳይሆን የቆየው ተቋማዊ ባህል እና የማንነት መላሸቅ ጭምር የወለደው ቀውስ ነበር። ሙላሊ ወደ ተቋሙ የመጣው መኪናዎችን ለመሥራት ብቻ ሳይሆን እርስ በእርሱ ተከፋፍሎ የነበረውን እና የተሰበረውን ተቋማዊ መንፈስ በዘላቂነት ለመጠገንና አዲስ ሕይወት ለመዝራት ነበር።

በወቅቱ በነበረው የፎርድ ሳምንታዊ ስብሰባዎች ላይ ሁሉም የሥራ አስኪያጆች የሥራ አፈጻጸማቸውን በአረንጓዴ (ሁሉ ነገር ሰላም ነው የሚል) ምልክት ያሳዩ የነበረ ቢሆንም ኩባንያው ግን በቢሊዮን የሚቆጠር ዶላር እየከሰረ ነበር። ይህ ግልጽ ያልሆነ አሠራር ያስገረመው ሙላሊ፤ ማርክ ፊልድስ የተባለ ሥራ አስኪያጅ ለመጀመሪያ ጊዜ የአንዱን ፕሮጀክት ችግር በቀይ ምልክት ሲያሳይ "አሁን እውነቱን ማወቅ ጀመርን" በማለት አበረታታው። ይህም መሪዎች ችግርን እንደ ውድቀት ሳይሆን ለመሻሻል እንደቀረበ ግብዣ እና ለግልጽነት የተከፈተ በር አድርገው ማየት እንዳለባቸው የሚያስተምር የቀይ ምልክት አብዮት (The Red Light Revolution) ተብሎ በታሪክ ተመዝግቧል።

አንድ ፎርድ (One Ford) የሚለው ስልታዊ መርህ ደግሞ ከሙላሊ በፊት የነበረውን የኃይል መበታተን እና የሀብት ብክነት ያስቀረ ታላቅ እርምጃ ነበር። ቀደም ሲል ፎርድ አሜሪካ እና ፎርድ አውሮፓ የሚሰሯቸው መኪናዎች ፈጽሞ የተለያዩ እና የማይናበቡ መሆናቸው ውጤታማነትን ቀንሶት የነበረ ቢሆንም ሙላሊ ሁሉንም የዓለም ክፍሎች በአንድ የዲዛይን እና የምርት መስመር እንዲቆራኙ አድርጓቸዋል። ይህ ተግባራዊ እርምጃ በማንኛውም ቢሮ ውስጥ "ይህ የኔ ክፍል ነው፣ ያ ያንተ ነው" የሚል የተከፋፈለ መንፈስ (Silo Mentality) ሲኖር ውጤት እንደሚጠፋ በማሳየት መሪው ሁሉንም ክፍሎች ወደ አንድ የጋራ ራዕይ የማምጣት ግዴታ እንዳለበት ያስገነዝባል።

ሙላሊ በሰዎች ላይ ኢንቨስት ማድረግ እና ስነ-ልቦናዊ ደህንነትን መፍጠር ስኬታማ አመራር መሠረት መሆኑን በተግባር ያሳየ መሪ ነበር። በየቀኑ ወደ ፋብሪካዎች እየሄደ ከሠራተኞች ጋር ምሳ መብላቱ "መሪው ከእኛ ጋር ነው" የሚል ጥልቅ እምነት የፈጠረ ሲሆን ይህም ሠራተኞቹ ኩባንያውን ለመታደግ የደመወዝ ቅነሳን ጭምር በፈቃደኝነት እንዲቀበሉ አድርጓቸዋል። ይህ የሚሆነው ሠራተኛው መሪውን ሙሉ በሙሉ ሲያምነው እና መሪውም ከልቡ እንደሚወደው በተረዳ ጊዜ ብቻ መሆኑን የአመራር ጥበቡ ያረጋግጣል።

የሙላሊ ታሪክ የሚያስተምረን ትልቁ ቁምነገር አንድን ተቋም ለመቀየር መጀመሪያ ሰዎቹ እርስ በእርሳቸው የሚተማመኑበትን እና በግልጽነት የሚነጋገሩበትን ባህል መገንባት የቀዳሚነት ተግባር መሆኑን ነው። መሪነት መረጃን መደበቅ ሳይሆን ፍጹም ግልጽነትን (Radical Transparency) በማስፈን ሰዎችን መገንባት እና ክብር መስጠት መሆኑን የፎርድ የለውጥ ተአምር ምስክር ነው።

Address

Oromia Region

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bahilu Tamiru posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Bahilu Tamiru:

Share