Negelle Town Water Supply and Sewerage Service

Negelle Town Water Supply and Sewerage Service We are public Enterprise that supply treated reliable water for drinking and work on sanitation!

26/02/2023

Bishaan boollaa kuroo/salty haa ta'uu malee rakkoo yeroo muddamaa furuuf hagam takka aka nu qarqaare haaromsa boollaa goone kanarraa baranneerra!

16/02/2023

Yaada ogeessota tajaajila bishaanii dhugaatii kennan keessaa murasa dhageeffadhaa!

Baga Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoosiin Nagaan Isin Gahe!Ayyaana Gaarii!እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!መልካም በ...
07/01/2023

Baga Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoosiin Nagaan Isin Gahe!
Ayyaana Gaarii!

እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!

06/01/2023
29/12/2022
Bishaan haa qusannuu haa kunuunsinuu!Sababa rakkoo teknikaa qulqullinaa/treatment chemical shortage/ fi ciccita humna ib...
29/12/2022

Bishaan haa qusannuu haa kunuunsinuu!
Sababa rakkoo teknikaa qulqullinaa/treatment chemical shortage/ fi ciccita humna ibsaa (EEU interruption) nu qunnameen kenniinsa tajaajila bishaanii humna guutuu fi uwwisa hunda gahuu waan hin dandeenneef keenni tajaajila keennaa kan gad bu'ee fi yeroo gabaabatti rakkina kana qaama dhimmi ilaallatu waliin tahuun kan furamuu fi hangasitti hanqinni bishaanii muudatuu waan maluuf qusannaa gahaa aka gootan kabajaan isin beeksifna!

Tajaajila bishaan qulqulluu lammiileen hundaaf!ንፁህ የመጠጥ ውሃ አግልግሎት ለሁሉም።
11/12/2022

Tajaajila bishaan qulqulluu lammiileen hundaaf!
ንፁህ የመጠጥ ውሃ አግልግሎት ለሁሉም።

28/10/2022
Rakkoo maddarratti/intake/ irratti nu qunnameef jecha hangi oomisha keenna kan xiqqaate ta'uu beektanii fayyadamtooti Ta...
15/09/2022

Rakkoo maddarratti/intake/ irratti nu qunnameef jecha hangi oomisha keenna kan xiqqaate ta'uu beektanii fayyadamtooti Tajaajila Bishaan Dhugaatii Gannaalee-Nageellee kan taatan hanga bakki seensa bishaanii kun qulqullaa'u obsaan aka nu eegattan kabajaan isin beeksifna!
Sababa piroojaktii hidha humna Ibsaa Itoophiyaa/GD-3/ Gannaalee-Daawwaa 3ffaa naannoo maddaa maansaa liqinfamuurratti argama fuulduraaf kallattiin fala waaraa hanga barbaadamutti yeroof qulqulleessa tajaajila kennuurratti fuulleeffanneerra!
NB:
Ministry of Water and EnergyMinistry of Water and Energy - EthiopiaEthiopia should pay attention for this case happened because of GD-3 dam affect Negelle Town Water Supply and Sewerage Service intake structure under risk!

Kaffaltii Bishaan Raawwadhaa!Maamiltooti manaa manaa fi tajaajilamtooti birka bishaan tajaajila kaffaltii duubaa/post pa...
03/09/2022

Kaffaltii Bishaan Raawwadhaa!
Maamiltooti manaa manaa fi tajaajilamtooti birka bishaan tajaajila kaffaltii duubaa/post paid/ fayyadamtan kaffaltii isinirra jira osoo hin kuufamin aka raawwataniif dhaabbilee fi namooti dhunfaa biilii osoo hin kaffalamin yeroo dheeraa isinirra ture tajaajilli kan adda cituu fi addabbii garagaraa hordofee waan dhufuuf kaffaltii keessan mana ta'aa 'coopay system' ykn qaamaan Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa deemuun yeroon raawwadha!
የውሃ ክፍያ በወቅቱ ይፈፅሙ።
ለረጅም ግዜ ሳይ ከፍሉ ውዝፍ ክፍያ ያለባቸው ደምበኞች አግልግሎት የምናቋሪጥ ና ቅጣት ስለምያስከትል ቤት ሆነው ወይም ኦሮሚያ ሕብረት ስራ ባንክ በአካል ሄደው ይክፈሉ።

24/07/2022

እንኳን ደስ አለን!
************
አዋሽ ባንክ በ18ኛው የዓለም አትሌቲክስ ሻምፒዮና የሴቶች 5,000 ሜትር የፍፃሜ ሩጫ ውድድር ጉዳፍ ፀጋይ የወርቅ እንዲሁም ዳዊት ስዩም የነሃስ ሜዳሊያ ለኢትዮጵያ በማስገኘታቸው ለመላው የኢትዮጵያ ህዝብ እንኳን ደስ አላችሁ ይላል፡፡
#ኢትዮጵያ

Address

Ganale Street
Negele

Opening Hours

Monday 08:30 - 17:30
Tuesday 08:30 - 17:30
Wednesday 08:30 - 17:30
Thursday 08:30 - 17:30
Friday 08:30 - 17:30
Saturday 08:30 - 17:00

Telephone

+251464450070

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Negelle Town Water Supply and Sewerage Service posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Negelle Town Water Supply and Sewerage Service:

Share