Jooraa Baand

Jooraa Baand Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jooraa Baand, Public Service, Becho, Mettu.

Vacation🥰Misooma🙏 📷 Muriido Oro Kîng
12/07/2026

Vacation🥰
Misooma🙏 📷 Muriido Oro Kîng

Sagantaa Saaqiinsa   Sadarkaa "B" Aanaa Bachootti Haala Bareedaan Gaggeeffame‎Adoolessa 01/2018‎Godina Iluu Abbaa Boor, ...
08/07/2026

Sagantaa Saaqiinsa Sadarkaa "B" Aanaa Bachootti Haala Bareedaan Gaggeeffame

‎Adoolessa 01/2018
‎Godina Iluu Abbaa Boor, Aanaa Bachoo

‎Magaalaa Bachootti sochiin dinagdee fi misoomaa caalaatti utubuu fi baasii mootummaa dandeettii keessooti. Waajjirri Galiiwwan Aanaa Bachoo sirna saaqiinsa kaffaltii gibira kaffaltoota sadarkaa "B" bifa baay'ee hawwataa fi gurmaa'ina qabuun gaggeessee jira.

‎Kaffaltoota Gibiraa Adda-Dureef Beekamtii Kennameera.
‎Mootummaan abbootii qabeenyaa fi daldaltoota itti-gaafatamummaa lammummaa isaanii bahanii yeroon gibira sirrii kaffalan jajjabeessuuf beekamtii fi galateeffannaa bal'aa itti kenneera. Haaluma kanaan, kaffaltoota gibiraa hojii kana irratti fakkeenya gaarii ta'uun adda-dureessaan filatamaniif sagantaa kana irratti beekamtiin kennameera.

‎Gibira yeroo isaa eeggatanii haqaan kaffaluun mallattoo lammummaa fi utubaa misoomaati. Kaffaltoonni adda-duree ta'an kunniin obboloota isaanii daldaltoota biroof fakkeenya hordofamuu qabudha.

Kemalo Teka
Kaliifaa Umar
Bultuu Abbaa jabal
Takkalee Aberra

Duula Dhaabbi Biqiltuu Baala Shaayee:  'ii Quubsaatti Milkaa'inaan GaggeeffameAdoolessa 1, 2018Aanaa Bachoo — Godina Ilu...
08/07/2026

Duula Dhaabbi Biqiltuu Baala Shaayee: 'ii Quubsaatti Milkaa'inaan Gaggeeffame
Adoolessa 1, 2018

Aanaa Bachoo — Godina Iluu Abbaa Boor, Aanaa Bachoo, Ganda Walga'ii Quubsaatti duulli daandii, Diinagdee guddisuu, misoomaa fi uumama eeguu irratti xiyyeeffate bifa qindoomina qabuun gaggeeffameera. Duula kanaan biqiltuun baala shaayee (tea) bal’inaan dhaabachaa kan oole yoo ta’u, kunis dinagdee naannichaa guddisuu fi dachaansa dachee deebisuu keessatti gahee olaanaa qaba.
Mitike Legesse Gutama
Kemalo Teka
Umar
Tesfaye Dibessa
Kennaa Ad

 👉Joora baandiin  professional dha.👉Xiyyeffannon jooraa baandi audience irratti kan focus godhudha.👉Entertainment waan n...
26/06/2026



👉Joora baandiin professional dha.

👉Xiyyeffannon jooraa baandi audience irratti kan focus godhudha.

👉Entertainment waan nama buharsu irratti ni hirmaatas ni hojjennas.

👉Cimina jajjabeessuufii hanqina fooyyeessuu irratti xiyyeeffanna.

👉Win win ykn waliin moo'uufii waliin hojjechuu irratti xiyyeeffanna.

👉Isport irrattis ni hojjenna.

👉production waan nama lamaaf isaa
oliin hojjetamus ni hojjenna.

👉Nature ykn umama irrattis ni hojjenna.

👉Advertayz ykn beksisa ni hojjenna.

👉Editing ni hojjenna.

👉Ogeessota ciccimoo garaa garaa of keessatti kan hammateedha.

👉Politics ykn Siyaasa irraa bilisadha.

👉Misoomaafii faayidaa biyyaa irratti xiyyeeffata.

👉Aadaa Wal kabajuufii naamuusa godhachuu baballi'isa.

👉humnna beekumsaafi naamuusaan guutamedha.

🤌👌Jooraa Baand hordofaa nu jajjabeesaan dhaamsa keenya

Taajuu Abbaa Daama
Adisu Feyisa
Alex Ilu
Muriido Oro Kîng
Mukti Oro
Yihenew tariku
Tigabu Seyoum
Tole Tesfaye
Nib LE Inatu
Yonas Berh

Address

Becho
Mettu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jooraa Baand posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category