Mohammed Abrahim, Kombolcha woreda Head of Health office

Mohammed Abrahim, Kombolcha woreda Head of Health office This is official Page of Mohammed Abrahim, Kombolcha Woreda Head of Health office
(2)

25/12/2022
KANNAA TAJAAJILATIIF IDDOO TAJAAJILA HAWWATA GODHUUN MURTEESSADAH!
14/10/2022

KANNAA TAJAAJILATIIF IDDOO TAJAAJILA HAWWATA GODHUUN MURTEESSADAH!

Waxabajjii 02,2014- Talaalli dhukkuba Covid-19 fudhaachuun fayyaa ofiifi maatii ofii eeguu qofa osoo hin taane, Fayyaa h...
10/06/2022

Waxabajjii 02,2014- Talaalli dhukkuba Covid-19 fudhaachuun fayyaa ofiifi maatii ofii eeguu qofa osoo hin taane, Fayyaa hawaasa hundaa eeguuf murteessa tahuu Waajjirri Fayyaa Godina Harargee Bahaa Beeksise.

Ittigaafatamaan Waajjira Eegumsaa Fayyaa Godina Harargee Bahaa akka jedhanitti, dhukkubaa Vaayiraasii Covid-19 lubbuu lammilee galaafachaa jiru irraa hawaasa baraaruuf hubbannoo kennuu irraa darbee talaalli marsaa Lamaan kennameen namoonni Kuma 815fi 705 akka Godinichatti talaalchisuun danda’ameera jedhan.

Akka Godina Harargee Bahaatti talaalli dhibee Covid-19 marsaa 3ffaaf Aanaalee Godinichaa 20 fi bulchiinsa Magaaloota 4’n keessatti nammoota 900,o59 talaalchisuuf karoofamee hojjetamaa jiraachuu Obbo Mahammadiin Ibsaniiru.

Talaalliin dhukkuba Covid-19- Kun Waxabajjii 2 irraa jalqabee hanga Waxabajjii 12tti dhaabilee fayyaa Jiran hundaa keessatti waan kennamuuf, hawaasni kanuma hubaachuun guyyaa jedhame kana irraa eegalee yeroon bakka talaalliin kun itti kennamutti argamuun talaallichaa fudhaachuun ofii fi maatii isaanii dhibiicha irraa baraaruuf gahee bahaachuu akka qaban Obbo Mahamamadiin dhaamaniiru.

OBN irraa Kamaal Ahimadeetu gabaase.

πŸ‘‰Gurri Keenyaa Waan Gaarii Dhagahuf Hawwaa JiraaπŸ‘‚πŸ‘‚Uummanni Aanaa Kombolcha Hundi Inisheetivii Haaraa Mana Qorichaa Modee...
02/06/2022

πŸ‘‰Gurri Keenyaa Waan Gaarii Dhagahuf Hawwaa JiraaπŸ‘‚πŸ‘‚Uummanni Aanaa Kombolcha Hundi Inisheetivii Haaraa Mana Qorichaa Modeela Hawaasa (community pharmacy ) Banamuun Tajaajila Guutuu Hawaasaaf Kennuuf Qophii irra kan ture Tajaajila jalqabe jira
# Baga Gammaddan! Baga Gammadne ❗️
# αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆ‹α‰½αˆ! αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆˆαŠ•β—οΈ
πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ‘πŸ‘
Aanaa Kombolcha~Caamsaa 26/2014 ]
Harargee Bahaa Aanaa Kombolchatti Waajjirri Fayyaa Aanaa Kombolcha Inisheetivii Haara Rakkoo Dhiyeessii Qorichaa Jiru Furuuf Yeroo Jalqabaaf Manni Qorichaa Modeela Hawaasaa (community pharmacy ) Banamuun Tajaajila Guutuu Jalqabuuf Qophii Xumurame Guyya 26/2014 Bakka I/G/ Gaafatamaan Waajjira Fayyaa Godi/Hararge Baha obbo Mohammaddin Kabiir Hussen FI kore Qindeessaan Aana Keenya argamanitti Sagantan Mana Qoricha Hawaasa Baname Tajaajila Jalqabe jira Bakka Ogeysi Buufata Fayya fI Hojjatan waajjira Egumsa Fayya Ana Jirutti Hojiin Kanniinsa Tajaajila jalqabe kan jiru tahu isaati.
πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«
Haaraa Biroon Fayyaa Oromiyaa Rakkoo dhiyeessii qorichaa jiru furuf Aanoolee yeroo jalqabaaf filatamaniif kennameen manni qoricha modeela hawaasaa banamuun tajaajilli akka kennamu godhame ture keessa Aanaan Kombolcha isaa tokko ta'uu Itti I/G Waajjira Fayyaa G/H/baha Obbo Mohammeddin Kabiir Hussen ibsaniiru.
πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«
kanaan Aanaa keenyattis manni qoricha hawaasaa hundeeffamee ture yeroo ammaa tajaajila kennuu Jalqabuu isaatti Ogeyyin keenyas Gammachu qaban ibsaniiru.
πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«
guddaan hudeeffama mana qorichaa hawaasaa kanaa komii hawaasni dhiyeessii qorichaa irratti qabu hir'isuu fi gatii madaalawaa ta'een dhiyeessuun hawaasa fayyadamaa taasisuuf akkasumas hawaasa fayyaalessa uumuun badhaadhinaa matii mirkeessuuf ta'uu Obbo Mohammed ibsaniiru.
πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«
Haaraa Manni Qorichaa Modeela Hawaasaa (community pharmacy ) Yeroo Ammaa Aanaa Keenyatti Hojjetame Rakkoo Dhiheessii Qorichaa Kan Furuudha! Jedhu Hoggonso Ol'aana Aana keenyaatis wantoota barbaachisu Hunda cina Akka dhabbattan Ibsani jiru
πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ¨πŸ¨πŸ¨πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«πŸ›οΈπŸ§«
# Baga Gammaddan! Baga Gammadne!
# αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆ‹α‰½αˆ! αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆˆαŠ•!

30/05/2022
30/05/2022

Join me on the Spaces by Wix app to easily stay updated and get in touch on the go.

KOMBOLCHA WOREDA SEQOTA DECLARATION PROGRAMEFORUM MAY 23/2022.Foramin sagantaa sirna nyaata  akka Aanaa Kombolchaatti ba...
21/05/2022

KOMBOLCHA WOREDA SEQOTA DECLARATION PROGRAMEFORUM MAY 23/2022.
Foramin sagantaa sirna nyaata akka Aanaa Kombolchaatti bakka qooda fudhattoni hundi jiranitti gaggeffamera. Hegeere dhaloota tolchuuf arra sirna nyaata sirri tae daimman hundi akka argatan tokkon tokko keenya arra gahee keenya haa baanu

*Your support for implementing the Food and Nutrition Policy is supporting our mothers, children and the nation at large !!!

Address

Bus Station, Melka Rafu
Kombolcha
9.442688,42.121451

Telephone

+251913548080

Website

, ,+around+bus+station,+Kembolcha/@9.44315

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Abrahim, Kombolcha woreda Head of Health office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mohammed Abrahim, Kombolcha woreda Head of Health office:

Share