Qajeelcha Qabeenya Mis/Albuuda Bul/Go/Sab/Oromoo የኦሮ/ብ/አስ/ማዓድን ሃብት ልማት መምሪያ

  • Home
  • Ethiopia
  • Kemise
  • Qajeelcha Qabeenya Mis/Albuuda Bul/Go/Sab/Oromoo የኦሮ/ብ/አስ/ማዓድን ሃብት ልማት መምሪያ

Qajeelcha Qabeenya Mis/Albuuda Bul/Go/Sab/Oromoo የኦሮ/ብ/አስ/ማዓድን ሃብት ልማት መምሪያ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qajeelcha Qabeenya Mis/Albuuda Bul/Go/Sab/Oromoo የኦሮ/ብ/አስ/ማዓድን ሃብት ልማት መምሪያ, Government Organization, Kemise.

This page is designed to promote and provide information on the comprehensive activities of the Mineral Resources Development.//የማዕድን ሀብት ልማት መምሪያ ሁለተናዊ ተግባር ለማስተዋወቅና መረጃ ለመስጠት የተዘጋጀ ነው።

12/06/2026
12/06/2026
11/06/2026

""Albuudni Abdii Barii Haaraa Godina Keenyaaf""!!

Bulchiinsa Godina Saba Oromooti Qajeelchi qabeenya misooma albuudaati guyyaa har'aa Aanaa D/Caffaatti argamuun gamaaggam...
11/06/2026

Bulchiinsa Godina Saba Oromooti Qajeelchi qabeenya misooma albuudaati guyyaa har'aa Aanaa D/Caffaatti argamuun gamaaggama raawwii hojiilee hanga ammaatti hojieetaman qoratameera.Gamaaggama kanaaniis galmoota hundaan haala jedhamu danda'uun raawwii gaariin jiraachuu isaa hubatameera. ""Albuudni Abdi Barii Haaraa Godina Keenyaaf""!!

11/06/2026
10/06/2026

" የአማራ ክልል አዲሱ የንጋት ተስፋ በሆነው የማዕድን ዘርፍ በዚህ ሰዓት ከ13.5 ቢሊዮን ብር በላይ ካፒታል ያስመዘገቡ ባለሃብቶች በዘርፉ ተሰማርተዋል። በክልሉም 51 ዓይነት ማዕድናት እንደሚገኙ በጥናት ማረጋገጥ ችለናል። "

ዝናው አበበ(ጂኦሎጅስት እና የህዝብ ግንኙነት ኃላፊ)

Bulchiinsa Godina Saba Oromooti Qajeelchi qabeenya misooma albuudaati guyyaa har'aa Aanaa Arxumaa fursiitti argamuun gam...
10/06/2026

Bulchiinsa Godina Saba Oromooti Qajeelchi qabeenya misooma albuudaati guyyaa har'aa Aanaa Arxumaa fursiitti argamuun gamaaggama raawwii hojiilee hanga ammaatti hojieetaman qoratameera,akkasumaas daawwannaan diree taasifameera ,daawwannaa kanaaniis bakkeewwan albuudni keessaa bahee deebisanii misoomsuun wal qabatee hojiileen akka muxxannooti fudhatamu danda'an daawwachuun danda'ameera.

09/06/2026

Address

Kemise

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qajeelcha Qabeenya Mis/Albuuda Bul/Go/Sab/Oromoo የኦሮ/ብ/አስ/ማዓድን ሃብት ልማት መምሪያ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share