06/09/2026
waajjira hojjii FI dandetti Aanaa Dawwaa chaffaa Ganda Goodaatti Sagantaa projeektii Padetiin Leenjiin Dandeettii Jireenyaa kennamaa Jira.
Piroojektiin Padet Sagantaa Carraa hojii uumuu dubartootaa fi dargaggoota baadiyyaa irratti xiyyeeffatee kan hojjatudha.
Haaluma kanaa akka aanaa keenyaatti gandoota shan irratti karoorfatee hojjachuuf gandoota hunda irratti leenjii haala bareedaa ta'een kennaa jira.