Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa የደዋ ጨፋ ወረዳ ትምህርት ጽ/ቤት 2018

  • Home
  • Ethiopia
  • Kemise
  • Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa የደዋ ጨፋ ወረዳ ትምህርት ጽ/ቤት 2018

Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa የደዋ ጨፋ ወረዳ ትምህርት ጽ/ቤት 2018 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa የደዋ ጨፋ ወረዳ ትምህርት ጽ/ቤት 2018, Public Service, 0900266707, Kemise.

24/05/2026
በጎልቦ 1ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የማህረሰብ ውይይት ተደረገ። በውይይቱም አጠቃላይ የመማር ማስተማር ስራዎች፣ በትምህርት ቤቱ የመልካም አስተዳደር ጉዳዮችና የተማሪዎችን ብሔራዊ መታወቂያ/Nat...
24/05/2026

በጎልቦ 1ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የማህረሰብ ውይይት ተደረገ። በውይይቱም አጠቃላይ የመማር ማስተማር ስራዎች፣ በትምህርት ቤቱ የመልካም አስተዳደር ጉዳዮችና የተማሪዎችን ብሔራዊ መታወቂያ/National ID/ ምዝገባን በተመለከተና የትምህርት ቤቱን ገጽታ ለማሻሻል ጥልቅ ውይይት በማድረግ መግባባት ተችሏል።

Guyyaa 16/09/2018Manni Barumsaa Sitir Sadarkaa 2ffaan guyyaa har'aas hirmaannaa uummataan dallahame. Addunyaa waliin dor...
24/05/2026

Guyyaa 16/09/2018
Manni Barumsaa Sitir Sadarkaa 2ffaan guyyaa har'aas hirmaannaa uummataan dallahame.
Addunyaa waliin dorgomaa itahuuf barnoonni murteessaa itahuu kan isaaf gale uummanni keenya bara kana barnootaaf xiyyeeffannoo addaa kennee humnaan, gosaan, qarshiin fi beekumsaan hirmaannaa dammaqina qabu taasisaa jira.
Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa
ቀን፡ 16/09/2018
​የሲቲር ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ዛሬም በሕዝብ ተሳትፎ ታጠረ።
​ከዓለም ጋር ተወዳዳሪ ለመሆን ትምህርት ወሳኝ መሆኑን የተረዳው ሕዝባችን፣ ዘንድሮ ለትምህርት ልዩ ትኩረት በመስጠት በጉልበት፣ በዓይነት፣ በገንዘብ እና በእውቀት ንቁ ተሳትፎ እያደረገ ይገኛል።
​የዳዋ ጨፋ ወረዳ ትምህርት ጽህፈት ቤት

23/05/2026
23/05/2026
Manneen barnootaa bara kana hirmaannaa uummataan ijaaraman!Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa
23/05/2026

Manneen barnootaa bara kana hirmaannaa uummataan ijaaraman!

Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa

Raawwiin ijaarsa pirojektii mana barumsaa haroo gobeensaa sadarkaa kanarra gahee jira.
22/05/2026

Raawwiin ijaarsa pirojektii mana barumsaa haroo gobeensaa sadarkaa kanarra gahee jira.

Guyyaa 14/09/2018Manni Barumsaa Garbii Baabbilee Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa/National ID/ barattootaa guyyaa har'aas ...
22/05/2026

Guyyaa 14/09/2018
Manni Barumsaa Garbii Baabbilee Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa/National ID/ barattootaa guyyaa har'aas itti fufee haala gaariin itti fufee hojjetamaa jira.

Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa

Warraaqsi hojii waraqaa eenyummaa biyyoolessaa barattootaa qopheessuu haala gaariin itti fufee jira. Guyyaa har'aas mana...
22/05/2026

Warraaqsi hojii waraqaa eenyummaa biyyoolessaa barattootaa qopheessuu haala gaariin itti fufee jira. Guyyaa har'aas mana barumsaa qalloo sadarkaa 1ffaa fi giddu galeessaatti haala suuraa irratti mul'atu kanaan hojjetamaa jira.

Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa

Address

0900266707
Kemise

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Barnootaa Aanaa Dawaa Caffaa የደዋ ጨፋ ወረዳ ትምህርት ጽ/ቤት 2018 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category