Abu Haziq Shafi

Abu Haziq Shafi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abu Haziq Shafi, Social service, Oromiyaa, Jimma.

Al_hamdulillaah Halkan Gammachuu fi Milkii Akkanuuf Ta'u Hawwina YarabbanaaRamadaana Hakan 21,ffaaBara Hijraa An_nebawiy...
09/03/2026

Al_hamdulillaah
Halkan Gammachuu fi Milkii Akkanuuf Ta'u Hawwina Yarabbanaa
Ramadaana Hakan 21,ffaa
Bara Hijraa An_nebawiy 1447
Nama Hiree fi Hiriyaan Gammade Yaarabbi nugodhi Aamiiiiiin Yaarabbi Aamiiiiiin

"Ani abdii hin kutanne, garuu dhukkubbiin ani keessa jiru namaa oli. Namni hunduu akka RABBIIN naaf kadhattan isinitti d...
07/03/2026

"Ani abdii hin kutanne, garuu dhukkubbiin ani keessa jiru namaa oli. Namni hunduu akka RABBIIN naaf kadhattan isinitti dhaammadha."
— Abdii Raggaasaa

Dukkana halkan sanaa keessa, utuu inni hirriba nagaa rafu, harki inni itti amanate abi**dda itti naqe.

Abdii Raggaasaa—fuulli akkas bareedu— "kasala waraqaa" ta’ee jira.
Har’aa fi kaleessa namni ijaan isa argu deeggarsaaf qofa utuu hin taane, gadda laphee cabsuun imimmaan dhangalaasuu qofa. Isinitti haa mul’atu; namni kaleessa miila isaan dhaabbatee harka isaatiin qabatee deemu sun, hardha firaashii hospitaalaa irratti qaamni isaa gubatee carqiin xaxamee jira.

Itti deebi’uun Galgala kana hiriyyoota kiyya wajjiin deemnee obboleessa keenya Abdii laallee turre. Obboloota koo, yeroo kutaa yaalaa san seentan garaa keessan amanuun isinitti ulfaata. Yoo ogeeyyiin fayyaa isinitti himan malee, namni sun Abdii ta’uu isaa beekuun hin danda’amu. Qaamni isaa gubatee, bifa isaa dhabee, akka malee miidhamee jira.

Wamicha Obbolummaa fi Namummaa;

Wanti Abdii irra gahe gadda amantii tokkoo qofaa miti; gadda namummaa ti. Kiristaanas ta’i, Muslimas ta’i; hundi keenya dhiigaa fi lafee tokko. Gochi akkasii qalbii nama kamiituu ni cabsa.

Dubbii miidiyaa fi wal morkii dhiifnee, lubbuu obboleessa keenyaa kanaaf haa dorgomnu!.

Inni ammas harka %90 yaala cimaa (ICU) barbaada. Qaama gubate san suphuuf harka keenya diriirsuun dirqama namummaa ti.

Akka Ilma Namaatti yoo amantiin wal dhabne Namummaa irratti namni waliif gala.

Muslimas ta’i,kiristaanas ta’i,nu hunduu kan barsiifnu ykn lallabnu,akka bor ibidda jalaa baanee JANNATA argannuuf eega tahe,nama ibi**ddaan gubate akkamitti garaan keenya itti gammada? Lafee fi foon isaa kanuma akka keenyaa gubata!

Namummaan yoo hin jiraanne, amantiin keenya hunduu qola duwwaadha.

Koottaa, jibba dhiifnee namummaa keenya dura haa dursinu!

Hirmaannaan keessan hanga ammaa jiru dinqisiisadha, garuu ammas Abdii gara jiruu fi jireenyaatti deebisuuf deeggarsi keessan murteessaadha.

Abdiin Raggaasaa

Gumaacha Seenaa:- Jaal Kadiir Martuu 150,000 KBirri 1500, 00 n Jaal Art. Kadiir Martuu Deeggarsa Bittaa Konkolaataa Ulam...
27/02/2026

Gumaacha Seenaa:- Jaal Kadiir Martuu 150,000 K

Birri 1500, 00 n Jaal Art. Kadiir Martuu Deeggarsa Bittaa Konkolaataa Ulamaa’aa Guddaa Sheikh Mohammed Zabuuriif Gumaacha Seenaa Arjoomee jira.

Aalam Media : Ramadaana 9/1447 Adaama
Ulamaa’aa Guddaan kabajamaan kun Sheikh Mohammed Zabuur tajaajila Islaamummaa, da’waa fi barnoota Islaamaa barsiisuun hawaasaa keessatti shoora olaanaa bahachaa jiru kana “Konkolaataa Binnee Harka Haa Keenyuu” jechuun dargaggoonni, hayyoonni fi hawaasni bal’aan biyyaa keessaa fi alaan hirmaannaa guddaa taasisaa jiru.

Hirmaannaan kun karaa walitti qabaa deeggarsa maallaqaa, fi qindoomina hawaasaa babal’isuun mul’ataa jira. Hawaasni biyya alaa (Diaspora) ammoo karaa miidiyaa hawaasaa fi karaa walitti dhufeenya adda addaa fayyadamuun deeggarsa isaanii godhaa, akkasumas hirmaannaa isaanii cimsaa jiru.

Walumaagalatti, sochiin “Konkolaataa Binnee Harka Haa Keenyuu” jedhu kun fakkeenya gaarii tokkummaa, kabaja ulamaa’otaa fi ittigaafatamummaa hawaasaa agarsiisu ta’ee, hawaasa keessa aadaa gargaaruu fi waliif dhaabbachuu daran dagaagsaa jira. Deeggarsi kun itti fufuun akka milkaa’ina guddaa argatu abdii guddaa qabna.

👇👇👇👇👇👇👇
Kanaaf ummanni muslimaa hundi sheeka keenya kanaaf konkolaata biituufiin diin rabbii utubuudha, Namuu waan danda’uun irratti haa hirmaatu, ACCOUNTIN namoota kanaan baname irratti hirmadha.

Sheek Aliyyi
Dubaay Abraahim
Faamii Abdulmajiid
Jamaal Sheikh Bakri

1000749655449
CBE

👆👆👆👆👆👆

🪀Misbah Sheikh Husein
🌎Aalam Media

♦️Nu Hordofaa

Facebook: https://www.facebook.com/aalammedia1.php?id=61560395330900
Telegram: https://t.me/aalammedia1
YouTube: https://www.youtube.com/-cc8lj
Tiktok :tiktok.com/

20/02/2026

Yaarabbi
Bu'a Qabeessa
Carra Qabeessa
Qalbi Qabeessa
Namaa Nugodhi

Rabbiin Hiriyaa Keenyaa Ol MaleHiriyaa Keenyaa Gadi Nu hin godhinYaarabbi Yaa'allaah Yaarabbi Yaa'allaah
20/02/2026

Rabbiin Hiriyaa Keenyaa Ol Male
Hiriyaa Keenyaa Gadi Nu hin godhin
Yaarabbi Yaa'allaah Yaarabbi Yaa'allaah

Ramadaan Mubaarak
18/02/2026

Ramadaan Mubaarak

!!!!!!!!!!هو الذي أضحك وأبكى !!!!!!!!!!الحمد لله رب العالمين Rabbiin isuma Siboochisee Siis Kofalchiisu Sanii BarAjaa'ib...
15/02/2026

!!!!!!!!!!هو الذي أضحك وأبكى
!!!!!!!!!!الحمد لله رب العالمين
Rabbiin isuma Siboochisee Siis Kofalchiisu Sanii Bar
Ajaa'iba!!!!
Har'a Gammachuun Dabarsine
Galanni Kan Rabbii Aalamaati!!!!!

Birbirsa Minaaraan Dhaabbatee Sagalee Azaanaa Dabarsuuf Carraa Argate
15/02/2026

Birbirsa Minaaraan Dhaabbatee Sagalee Azaanaa Dabarsuuf Carraa Argate

Hadaraa Dubbiiftanii Shear Godhuu hindhiisinaa  'ee Fira isa Beekuu fi Kan isa Gargaaru Akka hin qabne Dubbata    Baay'e...
09/02/2026

Hadaraa Dubbiiftanii Shear Godhuu hindhiisinaa

'ee Fira isa Beekuu fi Kan isa Gargaaru Akka hin qabne Dubbata
Baay'ee Garaa Nama nyaata Amata 15 Oliif Maatii Male Jiraachaa Akka jiru Kan Himu Yoota'u
Bara 2002 Biyya Harargee Dhufuudhaan Barnoota ilmii Gargaasa Maatii Male Barachaa Osoo Jiruu Har'a 'a 4 Afurii Oliif Sababa Fayyaa Dhabeen Keessatti Dabarsuu Mudachuun Barnoota isaa Addaan Muree Akka jiru Dubbata
Bakki Dhaloota isaa Jimma Aanaa Oomoo Beeyyam ta'uu Dubbata
Maqaan isaa Harargee Keessatti Muraad Aliyyii ti
Akka Naannoo inni Dhalateetti ykn
Akka Naannoo Jimmaatti
Abdallaa Abbaa Gissaa jedhama
Jedhama
Jalqaba Muktasara kan qara'e Sigimoo Sabaakellaa Yoota'u
Sh/Saadoo Jirruu Yaaddessoo irratti
Anis Nama Fayyaa Dhabee woliin Hedduu Osuman Rakkachaa jiruu Nama isaa woliin Rakkatu dhabuun koo Baay'ee Natti Ulfaataa waan Ta'eef ...👇
Dirqama Natti Ta'ee Mul'ate

barruun kun hin xumuramne

👉  'ee Fira isa Beekuu fi Kan isa Gargaaru Akka hin qabne Dubbata    Baay'ee Garaa Nama nyaata Amata 15 Oliif Maatii Mal...
07/02/2026

👉
'ee Fira isa Beekuu fi Kan isa Gargaaru Akka hin qabne Dubbata
Baay'ee Garaa Nama nyaata Amata 15 Oliif Maatii Male Jiraachaa Akka jiru Kan Himu Yoota'u
Bara 2002 Biyya Harargee Dhufuudhaan Barnoota ilmii Gargaasa Maatii Male Barachaa Osoo Jiruu Har'a 'a 4 Afurii Oliif Sababa Fayyaa Dhabeen Keessatti Dabarsuu Mudachuun Barnoota isaa Addaan Muree Akka jiru Dubbata
Bakki Dhaloota isaa Jimma Aanaa Oomoo Beeyyam ta'uu Dubbata
Maqaan isaa Harargee Keessatti Muraad Aliyyii ti
Akka Naannoo inni Dhalateetti ykn
Akka Naannoo Jimmaatti
Abdallaa Abbaa Gissaa jedhama
Muktasara kan qara'e Sigimoo Sabaakellaa
Sh/Saadoo Jirruu Yaaddessoo irratti
Anis Nama Fayyaa Dhabee woliin Hedduu Osuman Rakkachaa jiruu Nama isaa woliin Rakkatu dhabuun isaa Baay'ee Natti Ulfaataa waan Ta'eef
barruun kun hin xumuramne
Share godha

Ijji Keenya Imimmaani Utuu hin jaalatin Gargar Bahuuf Dirqamnee jirraOolmaan keessan himamees Barreeffamees kaffalamees ...
04/02/2026

Ijji Keenya Imimmaani Utuu hin jaalatin Gargar Bahuuf Dirqamnee jirra
Oolmaan keessan himamees Barreeffamees kaffalamees hin dhumu, yeroo gaarii waliin dabarsineef (faalamaan alatti) isin galateeffataa, bakka dhaqxanitti milkii gaarii akka qabaattan isiniif hawwina 😭 👋

Jechaa Baabaa Sheikh Amin Ibro Irraa  Al_hamdulillaah Tanuma keessaa Nuhin Dhabin Jennaan Hiriyyaan Wojji Qama'aa jiru H...
04/02/2026

Jechaa Baabaa Sheikh Amin Ibro Irraa Al_hamdulillaah Tanuma keessaa Nuhin Dhabin Jennaan Hiriyyaan Wojji Qama'aa jiru Hijaab Kolkolow
Tana Keessaa Nuhaa dhabu Jedheen

Address

Oromiyaa
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abu Haziq Shafi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category