13/02/2026
Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaatti Gaafa Guyyaa 5/6/2018 sagantaa Kenna kaartaa qabiyyee Lafa Baadiyaa Iddoo Kab. I/A/ Bulchaa Godina Jimmaa , I/A/ I/Gaafatamaa Biroo Dh/Hoj/ fi Hawaasummaa Oromiyaa , I/Gaaf. fi I/A. W/ra Lafaa Godina Jimmaa, Hogansoota Aanaa L/Kossaa , Hogantootaa Gandootaa fi hawwaasni Aanichaa bal'aan bakka argamanitti haala ho'aa fi Midhagaa ta'een kenname jira.
Hogantootni Sadarkaa Naannoo kaasee hanga Aanaatti Saganticha irratti argaman waa'ee safartii Qabiyyee lafa Baadiyaa fi dhimmoota isaan walqabatan irratti hasawaa fi ergaa dabarsuun xumuramee