Kominikeeshinii bulchiinsa magaalaa coocee

Kominikeeshinii bulchiinsa magaalaa coocee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kominikeeshinii bulchiinsa magaalaa coocee, Government Official, Jimma zone gomma wareda, Jimma.

Bulchaan bulchiinsa Aanaa Gommaa obbo Fu'aad Raayyaa hawaasa ganda Magaalaa Coocee waliin mari'atan.**********    Godina...
30/04/2026

Bulchaan bulchiinsa Aanaa Gommaa obbo Fu'aad Raayyaa hawaasa ganda Magaalaa Coocee waliin mari'atan.
**********
Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti Bulchaan bulchiinsa Aanichaa obbo Fu'aad Raayyaa hawaasa ganda Magaalaa Coocee waliin mari'atan.

Mariin kunis misoomaaf nageenya irratti kan xiyyeeffate yoo ta'u hawaasni gandichaa marii kanarratti hirmaatan tokko tokkos yaadaa kennaniin mootummaa keenya faana ta'uun misooma eegalame ittifufsiisuuf kan duraanii caalaatti ammas ciminaan kan hojjaan ta'uu himuun gaafiiwwan misoomaa garaa garaa kan kaasan yoo ta'u,gaafiwwan kanaafis seektaraaleen gaafiiwwan ka'an isaan ilaallatu irratti deebii kan kennan yoo ta'u,waliigala garuu Bulchaan Aanichaa obbo Fu'aad Raayyaa gaafiiwwan ka'aniif deebiifi ibsa ga'aa kan kennan yoo ta'u,wayita deebii kana kennanis haasawaa taasisaniin hawaasni Magaalaa Coocee hawaasa adda durummaan nageenyasaa eeggachuun beekamu waan ta'eef ammas dhimmi nageenyaa dhimma nama muraasaaf dhiifamuufi dhimma yoomuu dagatamuun irra jiraatu akka hin taane himuun gaaffiileen misoomaa hawaasni Magaalaa Coocee kaasan sirrii ta'uu himuun Bulchiinsi Aanichaas wanti inni hojjachaa jiru baay'een kan jiru ta'uu himuun paartiin keenya paartiin badhaadhinaas paartii yeroodhaa gara yerootti hojiilee gurguddoo olka'iinsa biyya keenyaa mirkaneessan hedduu kan hojjateefi hojjachaas jiru waan ta'eef hojiiwwan hojjatu kamiyyuu keessattis hawaasa isaa dhaggeeffachuufi hirmaachisuun kan hojjatu waan ta'eef nutis hawaasa keenya qabannee dhawaata dhawataan gaaffiiwwan fayyadamummaa hawaasa keenyaa deebisaa deemuuf yoomiyyuu taanaan qophiidha jechuun hundaa ol immoo Magaalaa seena qabeettii kan taate Magaalaa Coocee guddina isheetiif kan hojjatan ta'uu himuun hawaasni keenyas gaafataa qofa osoo hin taane qaama deebisu keessaas isa ijoo waan ta'eef tumsuu akka qabu kaasaniiru.

15/04/2026

Bulchinsa magaalaa cooceetti sirna walbarsiisuu bakka bu'otaa ummata anaa gommaa

Magalaa cooceetti sirna kadhimamtotaa bakka bu'oota ummataa bakka bu'aanii waal barsiisu taasifame.
15/04/2026

Magalaa cooceetti sirna kadhimamtotaa bakka bu'oota ummataa bakka bu'aanii waal barsiisu taasifame.

28/02/2026

Bulchinsa magaalaa cooceetti sirna ifoomsu manufesto paartii badhaadhinaa dhaf tasifamedhaa

Wajjira paartii Badhaadhinaa Aanaa Gommaa Bul/Ganda/M/coocee sirnaa ifoomsuu manufesto paartii harra ifoomsera.
28/02/2026

Wajjira paartii Badhaadhinaa Aanaa Gommaa Bul/Ganda/M/coocee sirnaa ifoomsuu manufesto paartii harra ifoomsera.

Torbee jaalalaa poolisii fi barataa godina jimma anaa gomma magaalaa cooceetti Mata duree torbee jalalaa pooliisii fi ba...
19/12/2025

Torbee jaalalaa poolisii fi barataa
godina jimma anaa gomma magaalaa cooceetti
Mata duree torbee jalalaa pooliisii fi barataa jedhuun kabajamaa jiraa

Aanaa Gommaa gandalf m/coocee leenjii mata duree ilaalama motummaa ida'amutiin guddina damelee jedhuun  muddee 03-04-201...
15/12/2025

Aanaa Gommaa gandalf m/coocee leenjii mata duree ilaalama motummaa ida'amutiin guddina damelee jedhuun muddee 03-04-2018 tti qonnan bulaaf kennamaa jiraa.

Qophiin giddu kana wagga 50 ffaa mana baruumsaa coocee sad.1ffaa sababeffachu baazaarii godhamaa tureen qophiiwwan basha...
24/11/2025

Qophiin giddu kana wagga 50 ffaa mana baruumsaa coocee sad.1ffaa sababeffachu baazaarii godhamaa tureen qophiiwwan bashanansiisoo adda adda bandii shanaan gibee faa dabalatee baacoo fi walaaloo garaagaraa ummata bashannansisan fi kara galiitiin caalbaasii garaagaraa ballaa tayee mallaqa harkatti kenaman dabalatee halaa midhagaa tayeen
Miilkiin goolabameeraa

Godina jimma anaa gomma ganda magaalaa cooceetti marii nageenyaafi misoomaa ummataWaliin taasifamaa jiraa.
19/11/2025

Godina jimma anaa gomma ganda magaalaa cooceetti marii nageenyaafi misoomaa ummata
Waliin taasifamaa jiraa.

Address

Jimma Zone Gomma Wareda
Jimma
BECAUSE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kominikeeshinii bulchiinsa magaalaa coocee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share