16/05/2026
Godina Jimmaa Aanaa Shabee Soombootti sanyii ruuzii Bonaan baayyifamaa jiru Itti gaafatamaa Damee Siyaasaafi Ijaarsa Dandeettii Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Namarraa Bulii fi Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasiriin sadarkaan irratti argamu daawwatameera.