QUBEE Qubeessuu Dhaloota Dhaalchisuu.

QUBEE Qubeessuu Dhaloota Dhaalchisuu. Kudhaama

16/02/2026
Daa'immaniiif
01/05/2025

Daa'immaniiif

27/03/2024

Aa - jennee jalqabnee;
Kanumaan barannee;
Afaanuma keenyaan barannee barsiifnee!

Qubee Afaan Oromoo

Haqa!
04/11/2022

Haqa!

1. Baayyee yoo dubbatte, ni sobda

2. Baayyee yoo yaadde, ni dhiphatta

3. Baayyee yoo nama jala gugguufte, ni tuffatamta.

4. Baayyee tapha yoo baayyiste, namni si hin amanu.

5. Baayyee "make up" yoo dibatte, bareedina kee dhabda

6. Baayyee namarraa yoo eegde, ni aarta.

7.Baayyee yoo jaalatte, baayyee miidhamta.

👉Waan hundaanuu "Baayyee" hin tahin. Baayyeen kun baayyee si miidha.

19/10/2022

Qubeewwan dachaa Afaan Oromoo keessa ja'atu (6) jiru. Isaaniis:
Lak. Guddaa - Xiqqaa
1. CH - ch
2. DH - dh
3. NY - ny
4. PH - ph
5. SH - sh
6. ZH - zh

11/11/2021

Kan yeroo hundaa itti fayyadamuu qabnu, hiika Afaan Oromoo gara Ingiliiffaa
=============================
Afaan Oromoo - English
===================
Odaa - Odaa
Gadaa - Gadaa
Afaan Oromoo -Afaan Oromoo
Caccabsaa - Caccabsaa
Cumboo - Cumboo
=========================
Mee isinis itti dabalaatii waliin wal haa barsiifnu.

11/11/2021

Qubee Afaan Oromoo
========================
Qubee Guddaa - Qubee Xiqqaa
A - a
B - b
C - c
D - d
E - e
F - f
G - g
H - h
I - i
J - j
K - k
L - l
M - m
N - n
O - o
P - p
Q - q
R - r
S - s
T - t
U - u
V - v
W - w
X - x
Y - y
Z - z
===========================
Baay'inni qubee Afaan Oromoo 26.

11/12/2020

Qubeen, mallattoo eenyummaa dhalootaati. Kan ittiin dhaloota barsiisnu, kan ittiin wallaalummaa dhabamsiisnu, kan ittiin hambaa dhalootaaf keenyee darbinudha. Kanaafuu, sirnaan qubeessuun eenyummaa ofii kabachiisuudha.

09/06/2020

Bu'uurri qubee sirreessuu inni jalqabaa, sirnaan sagaleessuu danda'uudha. Kunis bakka qoqqodaminsa sagalee beekuu irratti hundaa'a.

17/05/2020

Qubeen kudhaama dhalootaati. Kan dhaloonni ergaa isaa haalaan qindeessee ittiin waliif dabarsuudha. Yoo sirnaan qubeeffamuu baate, ergaa barbaadame dabarsuu hin danda'u.
Kanaaf qubee haa kudhaamannun dhaamsa kiyya!

22/04/2020

Fuula barruu kanaa kan ofii godhachuufi namaa qooduun wal haa barsiifnu.

Address

Hossana

Telephone

+251912682496

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when QUBEE Qubeessuu Dhaloota Dhaalchisuu. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category