31/05/2023
'u oomishuuf Maatii Barattootaa waliin mariin gaggeeffamuun murteessaa tahuu it/Gaf/Paartii Aanaa Obbo Dubbatanii jiran.
Caamsaa 23/2015 Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti maatii barattoota kutaa 11 fi 12ffaa Haala Barnoota barattoota gama hundaan fooyyeessuun danda'amu irratti ballinaan taasifamee jira.
Marii guyyaa har'aa tasifame irratti haala maatiin ijoolee isaani too'anoo fi hordoofin gara maati jiru akka cimmu maati barachuu barattota sa,a 24 jiru keessa sa'a manneen barnoota keessa turan gara mana barnootatin to'anoo fi hordoofin yeroo titooriyaali fi yeroo barnoota idileen kannaamuu cimmuu akka qabu.maatiin ijoolee sa,a gara manati galaan waan barachaa Oollan akka dubbiisan sa,a ittii dubbiisan iddoo itti dubbiisn miijjeesuuf akka qaban to,anoofi hordoofiin akka cimsaan irraati waligalame jira. Maatin barattoota isaanif haala ijoolen yeroo mana barnoota irraa galte iddo isaan mijjeessuuf yeroo dubbiisuu akka argatan ritooriyaali yeroo kannamu sa,a duraa fi boodas akka barachuu akka qaban hojii irraa xiiqqeessu fi jajjabeesuun barbaachiisa akka ta,e irraati mariin godhamee jira. yoo deegarsii gara maatii fi gara mana barnootattin walin tane hojennaan hanqinoota gaama hundaa jiru fuuree fooyyaa,insaa qabxii barattoota keenyaa tuumsa barbachisuu hunda akka gonuu waa,adaa galame jira. Koreen Gamtaa maatii barattoota keenyaa barnoota isaan barachuu keessati gahee keenyaa bahaachuu qabna ja,an jiru. mannee barnoota iddon qormaata Yuunivarsiititii akka ta,e barattoota ammaa irra xinsammuu isaan ijaru maatiin ammaa irraa jalqabe xinsammuu ijoolee ijaru fi jajjabeessuu akka qaban. hubbaana kanname jira. Tuutooriyaaliin barattootaaf kennamaa jira.
It/Gaf/Waajjira Barnootaa obbo akka jedhanitti
Barattoon hanqinoota gara baruu-barsusuu wajjin walqabatu fi wantoota guutamuu qabu Kanneen akka keemikaloota labratoorii jiru akka guutamuuf gaffatan jiru.
hanqinoota kana dhaawaatan qabane akka fuuramu akka qabu ittigaaffataman waajjiraa barnoota obbo Abdurahman yuusuf deebbiisan jiru
itti gaaffataman wajjiraa paarti obbo . Nuti akka mootummaatis akka paartittis mana barnootaa keessati wantoota deegarsa barbaachiisuu hundaa isiin bira jira ja,an.
Maatin ga,ee isaa bahaanan barsiisan ga,ee isaa bahaanan barttooni ga,ee issa bahaanan. Barattoo keenyaa firii garii ni galmeessu ja,an