Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Fadis

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Fadis Waajjirri A/Alangaa Aanaa Fadis hojii Haqaa fi ol'aantummaa seeraa Aanichaa keessatti Mirkaaneessuu

09/10/2023
08/10/2023
Duula Hubannoo Seeraa Kennuu eegallee jirra.=================================Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Fadiis Gaafa ...
05/10/2023

Duula Hubannoo Seeraa Kennuu eegallee jirra.
=================================
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Fadiis Gaafa guyyaa 24/1/2016 Aanaa Fadiis magaalaa Bokkootti Hawaasa Guyyaa Magaalaa iddoo Garaagaraa irraa walitti Bahaniif hubannoo seeraa Abboottii Alangaan kennamee jirra. Hubannoon kennamees mata-dureewwaan
1. Yakka Daldala seeraa Alaa fi
2. Yakka Dubartootaa fi Daa'imman irratti Raawwataman akkasumaas Mirgoota Dubartootaa fi Daa'immanii irratti hubannoon seeraa bal'aan kennamee jira

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Fadis tti  wal harkaa fuudhisi Sanada Walta’insaa raawwii karoora hojii bara 2016 Abbotii A...
04/10/2023

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Fadis tti wal harkaa fuudhisi Sanada Walta’insaa raawwii karoora hojii bara 2016 Abbotii Adeemsa fi Gareelee waajjiira waliin taasifamee jira
Kuniis akkuma olitti ibsamuuf yaalametti
gaafa 23-01-2016 Abbootii Adeemsaalee fi Garee waajjirichaa waliin sanada waliigaltee waadaa hojii irratti marii erga taasisee booda amanamaa fi itti gaafatamummaa barbaachisuun ummata akka tajaajillu waliigalteen mallatteeffameera.
Haqaan Haqaaf Hojjanna!

21/09/2023
Hubannoo seeraa kennameera===========//===========Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti hojiin Hubannoo seeraa hawaasaa cimsuu ...
21/09/2023

Hubannoo seeraa kennameera
===========//===========
Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti hojiin Hubannoo seeraa hawaasaa cimsuu Qindoominaa Waajjira Geejjibaa fi Alangaatiin gaafa guyyaa 10/1/2016 Aanaa Fadis Magaalaa Bokkootti hawaasaa Araddoota Aanichaa irraa Magaalaa dhufaniif Abbooti Alangaatiin kan kenname yommuu ta’u baruumsi Hubannoo Seeraa iraatti kenname kuniis Mata dureewwan armaan gadii irratti kenname jira
1 ffaa waa’ee labsii laf baadiyyaa lakk.248/2015 irratti haala galaatiin
2 ffaa Waa'ee labsii too'annoo nageenya Tiraafikaa fi dambii irratti
============//=====//=======
Haqaaf Haqaan Hojjanna!!

Hubannoo seeraa kennameera===========//===========Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti hojiin Hubannoo seeraa hawaasaa ...
14/09/2023

Hubannoo seeraa kennameera
===========//===========
Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti hojiin Hubannoo seeraa hawaasaa cimsuu Abbaa Alangaa tiin bifa duulaatiin kennuu eegalee kan jiru yommuu tahu haaluma kanaan gaafa guyyaa 03/1/2016 Aanaa Fadis Magaalaa Bokkootti hawaasaa Araddoota Aanichaa irraa Magaalaa dhufaniif Abbooti Alangaatiin kan kenname yommuu ta’u baruumsi Hubannoo Seeraa kuniis Mata dureewwan armaan gadii irratti kenname jira
1 ffaa Waa'ee Maalummaa fi barbachisummaa Heera fii seeraa
2 ffaa Waa'ee mirgoota bu'uraa daa’imman fi dubartoota ilaalchisee Heera fi Seeraa Maatii jalatti ibsamanii irratii fii
3 ffaa Yakka dubartoota fi daa’imman irratti raawwataman
A) Kitaanaa
B) Gaa'ela Umrii malee
C) Fuudha fuudharraa
D) Buttii
E) Gudeeddii fkkn
3 ffaa Yakka Godaansa Seeraan alaa
============//=====//=======
Haqaaf Haqaan Hojjanna!!

04/09/2023
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Fadis Abbootii Alangaati fi Hojjettoota wajjin haala hujii waliigalaa irratti gaafa guyyaa...
31/08/2023

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Fadis Abbootii Alangaati fi Hojjettoota wajjin haala hujii waliigalaa irratti gaafa guyyaa 24/12/2015 marii ho'a taasiseera.Marii kanarrattis yaadotni gaggariin hujii waajjirichaa cimsuu Abbootii Alangaa fi hojjettoota keenya irraa kan nuuf ka'an yoo ta'u;yaadoota ka'an kana galtee godhachuun kallatti fuula dura hogganan kaayyamee marichii xumurameera.

Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti hojiin Hubannoo seeraa hawaasaa cimsuu Abbaa Alangaa tiin  bifa duulaatiin  kennuu...
31/08/2023

Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti hojiin Hubannoo seeraa hawaasaa cimsuu Abbaa Alangaa tiin bifa duulaatiin kennuu eegalee kan jiru yommuu tahu haaluma kanaan gaafa guyyaa 25/12/2015 Aanaa Fadis Magaalaa Bokkootti hawaasaa Araddoota Aanichaa irraa Magaalaa dhufaniif Abbooti Alangaatiin kan kenname yommuu ta’u baruumsi Hubannoo Seeraa kuniis Mata dureewwan armaan gadii irratti kenname jira
A) Kitaanaa
B) Gaa'ela Umrii malee
C) Fuudha fuudharraa
D) Buttii
E) Gudeeddii fkkn
Haqaaf Haqaan Hojjanna!!

Address

Harerghe Oromia Region
Harar
04

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Telephone

+251978415520

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Fadis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share