10/09/2026
Baga Bara Haaraa 2019 Geessan!
(Qaammee 5/2018, MMOGHB, Harar)-Manni Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa hawaasa Manneen Murtii Godina Harargee Bahaa fi Godina keenyaa maraan baga bara haaraa 2019 nagayaan geessan jechaa,barri haaraan kan nagaa,gammachuu fi badhaadhinaa akka isiniif ta'u hawwii qabu ibsa.
Ayyaana gaarii !!
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa!!