Annisaa Olbaanaa

Annisaa Olbaanaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Annisaa Olbaanaa, Political Party, Gore.

15/02/2026
10/02/2026

Paartiin Badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaaf "Bissii Qamadii" mallattoo taasifate
************
Gaazexaa Bariisaa
Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaaf waltajjii manifeestoofi mallattoo filannoo itti ifoomsu geggeessaa jira.

Waltajjicharratti Pirezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaafi Ministeera Muummee Ittaanaa Itoophiyaa Kabajamoo Obbo Tamasgeen Xurunaa; Pirezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaafi Ittigaafatamaa Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaa Kabajamoo Obbo Adam Faaraah, miseensonni koree Hojiraawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa, miseensonni Mana Maree Paartichaa, hoggantoonni Komishinii Inspeekshiniifi Naamusaa Paartii Badhaadhinaa akkasumas hoggantoonni olaanaan paartichaafi keessummoonni affeeraman argamaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaaf "Bissii Qamadii" mallattoo filannoo taasifachuu ifoomseera.

10/02/2026

Paartiin Badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaatiif Qamadii maanifeestoofi mallattoo filannoo isaa gochuun ifoomse.
==

Paartiin Badhaadhinaa mata duree "Itoophiyaa gara biyya fakkeenya taateetti” jedhuun maanifeestoo filannoo marsaa 7ffaafi mallattoo filannoo isaa beeksise.

Waltajjicharrattis Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee, Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Muummee Paartichaa Obbo Adam Faaraah,Miseensotni Koree Hoji- Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa fi miseensota Mana Maree Paartii Badhaadhinaa dabalatee hoggantoota paartichaa biroofi keessummoonni affeeraman argamaniiru.

24/01/2026
24/01/2026
24/01/2026

Address

Gore

Telephone

+251911124448

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Annisaa Olbaanaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share