woliso Town Youth and sport

woliso Town Youth and sport Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from woliso Town Youth and sport, Government Official, Ghion.

24/02/2026
Waldorgommii Shaampiyoonaa Ispoortii Manneen Barnoota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Bulchiinsa Magaalaa walisoo Torbee tokkof ...
02/02/2026

Waldorgommii Shaampiyoonaa Ispoortii Manneen Barnoota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Bulchiinsa Magaalaa walisoo Torbee tokkof kan turuu Eegalee jira Bakki Dorgommii Mana Barumsaa Walisoo Liiban

01/02/2026
Congratulations!!Kilaabii kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa walisoo Taphaa Torbee 13ffaa Guyyaa Har'aa Istaadiyemii Tur...
05/01/2026

Congratulations!!
Kilaabii kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa walisoo Taphaa Torbee 13ffaa Guyyaa Har'aa Istaadiyemii Turunash Dibabaatii Gita isaa Sanbituu 0-1 walisoo Injifannoo Cululuqaa Galmeessisuun Waliigala Qabxii 23 argachuun xumuree jira.Xumuraa irraatti Ergaa Guddaa Ani Qabu Kilaabii Deeggarsaa Osoo Hin argatin Injifannoo Bonsaa Argatee fi Mootummaa fi Uummata irraa Deeggarsaa Guddaa Akka Barbaadu dhamsaa Dabarsa.

31/12/2025

Taphoonni Torbee 11ffaa Piriimee Liigii Oromiyaa Roobii boruu fi Kamisa dhufu ni gaggeeffamu.

22/04/2018
βœ…3:00
Muka Xurrii πŸ†š Galaan

βœ…5:00
Dimtuu πŸ†š Ajjee

βœ… 7:00
Sabbataa πŸ†š Giddaa Ayyaanaa

βœ… 9:00
Jajuu πŸ†š Gimbii

23/04/2018

βœ…3:00
Saanbituu πŸ†š Sirxii

βœ…7:00
Jimmaa Abbaa Bunaa πŸ†š Walisoo

βœ…9:00
Diksiis πŸ†š Gullisoo

30/12/2025

the Best XI of Oromia Premier League Match Week 10 .

Formation 4,3,3


Abdurezaq Ali (Aje)


Biruk Gezahign (Gimbi)
Tsegaye Delfa (Guliso)
Feleke Kedir (Jimma A.Buna)
Abdulkarim Hasana (Aje)


Kemal Ahmed (Gimbi)
Wondesen Ingida(Woliso)
Bereket Belayneh (Muka Turi)


Haile mikael Asefa(Diksis)
Yared Eshetu(Gelan)
Lati Shibiru (Gimbi)


Niguse Tola ( Diksis head Coach)

29/12/2025

Gabatee Sadarkaa Torbee 10ffaa Piriimer Liigii Oromiyaa .

Address

Ghion

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when woliso Town Youth and sport posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share