21/04/2024
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu,akkam nagayaa bakka jirtutti rahmanni Rabbii sirra haajiraatu.
\Subbisi eegasii xiinxali sifayyada/
|👉*Hedduu yaaduun waan fuuldura dhufuu taa'u hin deebisu
|👉*Sodaan waan fuuldura siqunnamaa hin tolchu
|👉*Qalbii rarraasuun milkirra sin geessu
|👉*yoo nama fayyaduu hin dandeenye hin miidhin
|👉*yoo nama gammachiisuu baatte hin yaachisin
|👉*jibbaa fii hinaaffaf bakka hin qabaatin
|👉*qalbii kee raaheessi jacha namaatiif gurra hin kennin
|👉*yeroo wanni tokko sihifachiisee takkaa sidadhabsiise jacha laa hawla walaa quwwata illaa billaah fi laa ilaaha illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin jadhi.