26/09/2025
Barsiistu:- warreen dhiiraa kan jireenya isaanii keessatti milkaa'an hunda duuba dubartii jabduu takkaatu jira!
Mee kanarraa maal barattu barattoota?
Barattoota:- bilaash dubbisaa ooluurra dubartii jabduu takka barbaadanii of duuba kaa'uun akka caaltu barree, barsiistuu!😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜
Akkam mee Baruumsi?