Mana Murtii Aanaa Diinshoo

Mana Murtii Aanaa Diinshoo Haqaaf haqaan hojjenna!!

20/05/2026
13/05/2026

Eeruu Sagantaa
'Imala Gara Waraqa Maleessatti'
-----------------------
(Caamsaa 4,2018 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Kenna Tajaajila Abbaa Seerummaa Si'ataa, Dhaqqabamaa fi Qulqullina Akka Qabaatu Taasisuuf Hojiilee Hojjatamaa Jiranii fi Bu'aalee Argaman Ilaalchisee 'Documentary' Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa OBN waliin atoomuun qopheesse Har'a Galgala Sa'aatii 3:15 Iraa Eegalee OBN Irratti Kan Tamsaafamu Waan Ta'eef Akka Hordoftan Isin Afeerra.

29/03/2026

Address

Ethiopia, Oromia Region Bale Zone Dinsho Woreda
Dinsho

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa Diinshoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share