DA Deder city media

DA Deder city media Deder

11/07/2025
    Ganama Magaalaa Keenyatii Leenjii Dargaggoota Inteerpiirinershiphii Dargaggoota Magaalaa Bakka IG Waajjira CHU fi Og...
02/12/2024

Ganama Magaalaa Keenyatii Leenjii Dargaggoota Inteerpiirinershiphii Dargaggoota Magaalaa Bakka IG Waajjira CHU fi Ogummaa Godina Har.Bahaa Kab. Obbo Ahmedin Sufiyan Fi Kantiibaa Magaalaa Dadar Kab.Obbo Mamo Sori Aga IG waajjira Paartii kab.Adde Heelan Mahammad Argamanitii Leenjii Kun Ifatii Guyyaa 3'f Kennamu Jalqabamee Jira!!!.

Kun Guyyaa Sadiif Kan Turuu Tahee Leenjii Kana irra Dargaggootni Magaalaa keenya Humna Rawwachiisuma Dandeetii CHU ittin Ummachu Akka Danda'anii Fi Kayyoo Paartii keenya Dinagdee Dam-Danneessa Keeysatii Dargaggootnii akka Hirmatuuf Leenjii Kjn Murteessa Akka Tahee Hubatameerraaa!!.

18/11/2024
  Ganama Abbootii Amantaa  waliin Dhimmoota Waloo  Misooma Irrattii erga Marii'atame Booda Hojiile Hirmanaa Ummataa tin ...
16/10/2024

Ganama Abbootii Amantaa waliin Dhimmoota Waloo Misooma Irrattii erga Marii'atame Booda Hojiile Hirmanaa Ummataa tin Hojjetame Mana Barnoota Bu'uura Boruu Dawatamee jira!!

Miidiyaale Keenyan Nu Hordofa!!
👉Facebook https://www.facebook.com/sarkalem.s.sarkalem?mibextid=ZbWKwL

👉 Telegram Channel
https://t.me/dedercityppprty

👉Youtube
https://youtube.com/?si=QaDuU0e43mtf03Gs

👉Twitter https://x.com/DederP69290?t=imWPjE1Ev8uYZ_zQ2PaeWg&s=09

👉Tiktok https://www.tiktok.com/.prosper?_t=8qXt8DrwjCA&_r=1

👉Instagram https://www.instagram.com/dedertownprosperityparty/profilecard/?igsh=MXFuemJnNDd4NzE2OQ==

    Ganama Magaalaa Keenyatii Humnoota Walooti  Sosoochii Ummataa Uumameen Qindoomina Buusaa Gonofatiin Nyaata Barattoot...
16/10/2024

Ganama Magaalaa Keenyatii Humnoota Walooti Sosoochii Ummataa Uumameen Qindoomina Buusaa Gonofatiin Nyaata Barattoota Manneen Barnoota Magaalaa keenyatii Bakka IA Kantiibaa Magaalaa Obb. Mahadi Aliyi Fi IG Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa keenya Obb.Ahmad umar. Walin Sirna Nyaachiisuu Mannen Barnoota Jalqabamee jira!!

Amaanta Magaalaa keenya Sirna Nyaata Mannen Barnoota Dawwachu dhan Deeggersa Barbachiisu Akka Tasiisan Mana Barnootati Arganun Wa'aada galaniiru!!

Miidiyaale Keenyan Nu Hordofa!!
👉Facebook https://www.facebook.com/sarkalem.s.sarkalem?mibextid=ZbWKwL

👉 Telegram Channel
https://t.me/dedercityppprty

👉Youtube
https://youtube.com/?si=QaDuU0e43mtf03Gs

👉Twitter https://x.com/DederP69290?t=imWPjE1Ev8uYZ_zQ2PaeWg&s=09

👉Tiktok https://www.tiktok.com/.prosper?_t=8qXt8DrwjCA&_r=1

👉Instagram https://www.instagram.com/dedertownprosperityparty/profilecard/?igsh=MXFuemJnNDd4NzE2OQ==

'a Ganama Marii Abbootii Amanta Magaalaa Keenya Waliin Dhimmoota Waloo Misooma irrattii Marii Gaggeefameen jira!!  Keeny...
16/10/2024

'a Ganama Marii Abbootii Amanta Magaalaa Keenya Waliin Dhimmoota Waloo Misooma irrattii Marii Gaggeefameen jira!!

Keenyatii Abbootiin Amaanta Deeggersa Misooma Rogaa Hundan Tasiisuf Qophii Tahu Mariichan Ibsamee jira!!

Miidiyaale Keenyan Nu Hordofa!!
👉Facebook https://www.facebook.com/sarkalem.s.sarkalem?mibextid=ZbWKwL

👉 Telegram Channel
https://t.me/dedercityppprty

👉Youtube
https://youtube.com/?si=QaDuU0e43mtf03Gs

👉Twitter https://x.com/DederP69290?t=imWPjE1Ev8uYZ_zQ2PaeWg&s=09

👉Tiktok https://www.tiktok.com/.prosper?_t=8qXt8DrwjCA&_r=1

👉Instagram https://www.instagram.com/dedertownprosperityparty/profilecard/?igsh=MXFuemJnNDd4NzE2OQ==

Address

Hararghe
Deder
OFFICIALS

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DA Deder city media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share