16/08/2026
Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Machaaraa-Miicatatti Hojii Kenna tajaajilaa lammummaa Gannaatiin harka qalleeyyif Deeggarsii garaagaraa kename Deeggarsii kunis bakka Itti Aanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Obbo Teshome Kebede, Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Machaaraa- Miicata Obbo Abe Amano fi keessummonni Federaalaa fi Hoggansii Magaalichaa argamanitti harka qalleeyyif kename.