Beekii Show

Call

Beekii Show This Is Official BEEKII SHOW Page!

  Qabxiin darbiinsaa sagantaa TVET program Bara kanaa ifoomee jira haaluma kanaan  saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaas...
23/10/2025


Qabxiin darbiinsaa sagantaa TVET program Bara kanaa ifoomee jira haaluma kanaan saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaatiifis qabxiin darbiinsaa wal fakkaataadha,level 3 fi 4 dhiiraaf 135 fi isaa ol
Dubartiidhaaf 122 fi isaa ol kanaaf odeeffannoo kana saahibootaa fi hiriyoottan keessan qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii darbiinsaa ykn seensa college eeggataa jiran hundaaf share, Share godha.
Kanaf baratootni kenyaa kannen asi irraa baatan hundinu tumsa gochudhan baratootni haaraan akkaa dhufani galmawaan jajabesuu qabdu.
* HUBACHISA MUMEEN BARNOOTA NUTI QABNUUS
@ Damee biizinasitiin
1,human resource management
2, accounting
3, marketing
4, parchesing
5, ITi
Qabna
@ Damee fayyatiin
1, nurse
2, pharmacy
3, midwifery
4, heath extenshini
4, environmental health
Sadarka TVT kanneen asi olive kana kampasii calanqooti argattu
* Sadarka degreettin immo
1, accounting and finance
2, management
3, Economics
4, conistracshini
Business management argachu ni danddesu
Kollajjiin awash vaalii kampaasiin calanqoo giddugala Ona obborra magaala seenaa qabeetti caalii calanqooti argamna
Odeeffanno dabalatatiif
0910781469
0953005300
0930548658
Anaa dhufu Awash Valley college.
WELL COME TO AWASH VALLEY COLLEGE CALANQOO CAMPUS.

Calanqoo 📸 Mame Abibakar
16/03/2025

Calanqoo
📸 Mame Abibakar

Haati warraa Artist Andualem Gosaa   boqottee jirti. Lubbuu ishee haa maaru. Chelenko Vine Maatii, Firaa fi hiriyoota is...
12/03/2025

Haati warraa Artist Andualem Gosaa boqottee jirti. Lubbuu ishee haa maaru.

Chelenko Vine Maatii, Firaa fi hiriyoota ishee maraaf jajjabina hawwa😥

Magaala Calanqoo 🤍📸 Mame Abibakar
11/03/2025

Magaala Calanqoo 🤍
📸 Mame Abibakar

10/01/2025

Magaala seena qabeetti Calanqoo daawaadha!
Video guutu argachuuf YouTube link kanan seenun subscribe godha daawwadha👇
https://youtube.com/?si=XCVSBG-v-4LiE94L

Send a message to learn more

Address

Dire Dawa
Bedessa
0000

Telephone

+251948640199

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beekii Show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share