Bedele Regional Veterinary Laboratory

Bedele Regional Veterinary Laboratory we want support for grant

Bedele Regional veterinary Laboratory was government organisation which serve the people through conducting and investigating animal disease on western part of Oromia.

07/01/2022

Baga Ayyaana Qillee nagaan geessan!!!
Merry Christmas 🎄🎄 🎄!!!

Hojii qorannoo dhukkubaa CBPP ,qorannoo dhukkubaa CCPP akkaasumaas hojii kilinikaa fayyaa beeyladaa gahoomsu bifa Gaarii...
03/12/2021

Hojii qorannoo dhukkubaa CBPP ,qorannoo dhukkubaa CCPP akkaasumaas hojii kilinikaa fayyaa beeyladaa gahoomsu bifa Gaarii tahe Godina Iluu Abba Booraa Aanaa Buree, Aanaa Bachoo Fi Aanaa Dooraannii irraatti ogeessota Giddugaleessa keenyatin hojjeetama jira.
Hojiin Kun fedhii Fi faayida qonnaan bulaa keenya fooyyeesuf gahe guddaa akka qabus ibsaamera.

Leenjiin ogeessota laabii gaggeeffama ture haala bareedadhan xumurameera.
30/10/2021

Leenjiin ogeessota laabii gaggeeffama ture haala bareedadhan xumurameera.

Leenjiin ogeessota laabii kilinikaa aanaalee kennamu eegaleera
27/10/2021

Leenjiin ogeessota laabii kilinikaa aanaalee kennamu eegaleera

19/08/2021

𝗧𝗿𝘆𝗽𝗮𝗻𝗼𝘀𝗼𝗺𝗶𝗮𝘀𝗶𝘀 (𝗦𝘂𝗿𝗿𝗮) 𝗗𝗶𝘀𝗲𝗮𝘀𝗲

LQMS training was started to given to all lab staff at Bedele Regional Laboratory Hall, August 18/2021.
18/08/2021

LQMS training was started to given to all lab staff at Bedele Regional Laboratory Hall, August 18/2021.

20/10/2020

Hojii kilinika aanaa gahoomsu jedhu akkamitti ilaaltu yaada qabdan nuf ibsaa? Waan fooyya'u qabu nuuf kaasa..?

14/10/2020

Yaada qabdan nuf ibsa...?
Waa'ee leenjii ogeessota Laabii, fi A/adeemsa.?

Gamaggamni raawwii hojii kurmaana 2ffaa giddugaleessa laabii Beddellee hojjeetoota giddugaleessicha hunda hirmaachisun h...
16/01/2020

Gamaggamni raawwii hojii kurmaana 2ffaa giddugaleessa laabii Beddellee hojjeetoota giddugaleessicha hunda hirmaachisun har'a gaggeeffamu eegaleera.Gamaggamni kun hojii gara fuula duraa giddugaleessichan hojjeetamuf karoorfame jiruf akka galteetti ni gargaara jedhamee abdatama.

Amajjii 7 bara 2012

Leenjii Abbotii Adeemsaa Godinaalee fi aanaleef dhimma qorannoo fi to'annoo dhukkubaa(disease outbreak investigation), h...
04/01/2020

Leenjii Abbotii Adeemsaa Godinaalee fi aanaleef dhimma qorannoo fi to'annoo dhukkubaa(disease outbreak investigation), hojii kilinika laboratoriin gahoomsurratti, DOVAR format filling over view, ADNIS(animal disease notification and investigation system), PPR control and eradication of country over view, action plan of the lab and over report rate of second quarter, akkasumas rawwii goodinalee irratti marii baldhaa taasisuun kallattii gara fulduraas walif kennun bakka qaamni olaanaan jiranitti leenjii keenya bifa gaariin rawwannerra

03/01/2020

Leenjiin abbootii adeemsaa eegumsa fayyaa beeyladaa aanoolee fi godinalee muraasa irraa filatamani guyyaa har'a kennamu jalqabe. Leenjii kana irraattis mariin bal'aa fi bu'a qabeessa tahe akka gaggeefamu ni abdatama dabalatanis Leenjiin kun hojiin fayyaa beeylada labiidhaan akka deeggaramuf karaa ni saaqa jedhamee abdatama..... aanooleen bara kana sababa hanqina bajaata nu mudate irraa ka'un osoo keessatti hin haammaatamin haftanis nu oofkolchaa jenna.....

Address

Metu Street
Bedele

Telephone

+251474450169

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bedele Regional Veterinary Laboratory posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share