Chora Prosperity Party

Chora Prosperity Party Prosperty for all

23/05/2026
23/05/2026
Miidiyaa fi koominkeeshinii Ijaarsaa biyyaaf ๐Ÿ”น๐Ÿ”น๐Ÿ”น๐Ÿ”นGodina Buunnoo Beddelleetti gamaggamni fi mareen hojii miidiyaa fi koom...
23/05/2026

Miidiyaa fi koominkeeshinii Ijaarsaa biyyaaf
๐Ÿ”น๐Ÿ”น๐Ÿ”น๐Ÿ”น
Godina Buunnoo Beddelleetti gamaggamni fi mareen hojii miidiyaa fi koominkeeshinii Gaggeeffamaa jira

Godinichatti Hojii misooma fi nageenyaa akkasumas yaadamota paartii Badhaadhinaatiin obbolummaa sabdaneessaa cimsuu fi ilaalama guutuu biyyaa qabsiisuuf hojiin Hojjetamaa jiru boonsaadha.
Milkaa'ina qabnu daran itti fufsiisuun galma mootummaa fi paartii Badhaadhinaatiin qabame milkeessuu akkasumas hojii misoomaaf nageenyaa hojjetamaa jiru hunda keessatti sosochii hawaasa cimsuun hojiin Hojjetamaa ture cimee itti fufuu akka qabu ilaalameera jira

Hanqinaalee Raawwi hojii keessatti mudatan fuula duraaf milkeessuun hojii filannoo marsaa 7ffaa kana milkeessuuf shoora irraa eegamu ba'achuu akka qaban himamee jira.

Itti Gaafatamaan waajjira koominkeeshinii Godina Buunnoo Beddellee Obbo Nuraddiin Nuuraa fi Itti Gaafatamaan Sabqunnamtii Paartii Badhaadhinaa Damee Godinichaa Obbo Nuraddiin mitikkuu gamaggamicha gaggeessuun kallattii fuula duraa kennuun kan goolabamu ta'a.

Address

Buno Bedele
Bedele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chora Prosperity Party posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share