Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Boorrachaa

Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Boorrachaa Ispoortiin jaalala !

💝💝💝BOORRACHAA💝💝💝Guyyaa har'aa dargaggootni fi hawaasni amantaa ortoodoksii magaalaa yaanfaa bakka Iidaa bifa kanaan qulq...
01/05/2022

💝💝💝BOORRACHAA💝💝💝
Guyyaa har'aa dargaggootni fi hawaasni amantaa ortoodoksii magaalaa yaanfaa bakka Iidaa bifa kanaan qulqulleessaniiru.

Dargaggootni Aanaa Boorrachaa gaafa 19/08/2014 sagantaa iftaara daandii irraaf daandii qulqulleessuun qopheessani cinaat...
28/04/2022

Dargaggootni Aanaa Boorrachaa gaafa 19/08/2014 sagantaa iftaara daandii irraaf daandii qulqulleessuun qopheessani cinaatti harka qalleeyyiidhaaf deeggarsa qaamolee garaagaraa irraa walitti sassaabuun haala kanaan kennaniiru.

Baga Gammaddani Garee kubbaa miillaa Aanaa Boorrachaa uffata sport 24 dhaabbata Gilaadoo Biomedical solution plc waan nu...
31/03/2022

Baga Gammaddani Garee kubbaa miillaa Aanaa Boorrachaa uffata sport 24 dhaabbata Gilaadoo Biomedical solution plc waan nuuf Arjoomaniif maqaa waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Boorrachaatiin guddaa galatoomaa isiniin jenna.

Eebbi barattoota ITF Taekwondo Aanaa keenya keessatti bifa ho'aadhaan gandoolee garaagaraa keessatti itti fufeera, haalu...
29/03/2022

Eebbi barattoota ITF Taekwondo Aanaa keenya keessatti bifa ho'aadhaan gandoolee garaagaraa keessatti itti fufeera, haaluma kanaan guyyaa kaleessaafi har'aas jechuunis gaafa guyyaa 19 fi 20/07/2014 gandoota Qarsaa yaasinitti Kan leenjisaa Guutamaa Qaasimaan leenji'aa turan akkasumas ganda Dannabaatti Kan leenjisaa Asaayyee Ayinaalamiin leenji'aa turan bifa ho'aadhaan eebbisiisaa oolaniiru. Gandooleen hafanis barattoota isaanii eebbisiisuuf qophii xumuraniiru.
💪💪💪ITF TAEKWONDO💪💪💪

Guyyaa har'aa jechuunis gaafa 18/07/2014 eebba ITF Taeckwando ganda Godaanaatti barattootni leenjisaaSaaboom Miftaa Asra...
27/03/2022

Guyyaa har'aa jechuunis gaafa 18/07/2014 eebba ITF Taeckwando ganda Godaanaatti barattootni leenjisaaSaaboom Miftaa Asraaruutiin leenji'aa turan bakka I/Gaafatamaa W/Darg. fi Ispoortii Aanaa keenyaa Obbo Toofiq Kamaal fi Leenjisaa ITF taeckwando Saboom Keeraddiin Muktaar argamatti haala ho'aadhaan eebbisiiseera.

Guyyaa har'aa jechuunis gaafa guyyaa 04/06/2014 leenjisaan Marshall Art Amiir Faaris barattoota isaa ganda Gubitootti le...
13/03/2022

Guyyaa har'aa jechuunis gaafa guyyaa 04/06/2014 leenjisaan Marshall Art Amiir Faaris barattoota isaa ganda Gubitootti leenjisaan ture bifa ho'aadhaan eebbisiisaa ooleera

Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaa Boorrachaa guyyoota saddeetiif ture guyyaa har'aa jechuunis gaafa 02/07/2014 haala ajaa'i...
11/03/2022

Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaa Boorrachaa guyyoota saddeetiif ture guyyaa har'aa jechuunis gaafa 02/07/2014 haala ajaa'ibsiisaadhaan karaa nagaadhaan xumurame.

Shaampiyoonaa Aanaa keenyaa gaafa guyyaa 25/06/2014 eegalamee guyyaa borii jechuunis gaafa guyyaa 02/07/2014 xumuramuuf ...
10/03/2022

Shaampiyoonaa Aanaa keenyaa gaafa guyyaa 25/06/2014 eegalamee guyyaa borii jechuunis gaafa guyyaa 02/07/2014 xumuramuuf kubbaa Miillaatiin gareen Gaamboo fi BLTO Aanaa Boorrachaa geebaaf darbuun guyyaa borii tapha geebaa nitaphatu.
Carraa gaarii jennaan.

Shaampiyoonaa Ispoortii Aanaa keenyaa gidduu kana gaggeeffamaa jiruun gareewwan nuusa walakkaatiif darban kana fakkaatu....
09/03/2022

Shaampiyoonaa Ispoortii Aanaa keenyaa gidduu kana gaggeeffamaa jiruun gareewwan nuusa walakkaatiif darban kana fakkaatu.
CARRAA GAARII !!!!

Shaampiyoonaa Aanaa keenyaatiin gareewwan tapha kubbaa Miillaatiin nuusaaf darban kana fakkaatu. Carraa gaarii jennaan.
08/03/2022

Shaampiyoonaa Aanaa keenyaatiin gareewwan tapha kubbaa Miillaatiin nuusaaf darban kana fakkaatu. Carraa gaarii jennaan.

07/03/2022

Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaa Boorrachaa akkasittiin guyyaa har'aas itti fufeera.

Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaa Boorrachaa guyyaa har'aas akkasittiin Atileetota ciccimoo sadarkaa Aanaa irra darbuun god...
06/03/2022

Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaa Boorrachaa guyyaa har'aas akkasittiin Atileetota ciccimoo sadarkaa Aanaa irra darbuun godinicha bakka bu'uu danda'an kubbaa miillaa fi saaphanaa cinaatti dorgomsiisaa haala gaariidhaan akkasittiin itti fufeera.

Address

Oromia
Bedele
YANFA

Telephone

+251935914874

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Boorrachaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Boorrachaa:

Share