Ibsaa lion

Ibsaa lion Ibsaa.mahammad

26/04/2025

Send a message to learn more

14/04/2025

Waliin Ilaan Abdi Husseen – Reefu deeggartoota isaanii olaanoo keessaa tokko ta'uun beekamtii argadheera!

04/04/2025

Walquunnamtii Saalaa irra turuuf Waantota Dhiironni Gochuu Qabdan.
---------------- Waliif godhaa
1. Osoo walquunnamtii saalaa hin eegalin dura miira walquunnamtii saalaa kakaasu.
2. Qaamota Miira walquunnamtii saalaa sirriitti sukkuumuu (massage) gochuu.
3. Utuu hin eegalin dura Boqonnaa fudhachuun (mental refresh) barbaachisaadha.
4.walquunnamtii saalaa dura nyaata walquunnamtii saalaaf mijataa tahe nyaachuu fkf. Avokaadoo , qullubbii (shunkurtaa adii), hanqaaquu, zinjibilaa fi kkf.
5. Walquunnamtii Saalaa dura dhaqna (nafa) dhiqachuu, : dhaqna dhiqachuun boqonnaa sammuuf akkasumas bilisummaa yeroo walquunnamtii saalaa namaaf kenna.
---------
Warreen kana shanan rawwannaan hanga danda'ame walquunnamtii saalaa irra osoo dhangala'aa sanyii kormaa hin buusin turuun ni dandeessu. Akkasumas qorichoota fayyadamuun turuun ni danda'aama, garuu qorichoonni negative impact waan qabaataniif fkf qorichonnii tokko tokko qaamni saalaa dhiiraa akka hin kaane gochuu ni danda'u.
haga danda'ame warreen ammaa 5'n gochuu yaala.

Telegraama kiyya Follow godhaa daqqiqaa tokko isinitti hin fudhatuu
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/kudhaama0
https://t.me/dhandhama0

01/04/2025

Waliin Makii oro – Hirmaataa isaanii isa olaanaa keessaa tokko ta'uudhaan tarree hirmaataa isaanii torban torbanii keessan seene!

01/04/2025

Waliin Jeneral Dube Oromoo – Reefu deeggartoota isaanii olaanoo keessaa tokko ta'uun beekamtii argadheera!

Address

Aweday

Telephone

+251974718918

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibsaa lion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share