Waajjira Qonna fi Qabeenya uumamaa Aana xiyoo

Waajjira Qonna fi Qabeenya uumamaa Aana xiyoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Qonna fi Qabeenya uumamaa Aana xiyoo, Public & Government Service, Arsi oromia, Asella.

This is a page that serve to share Good Agricultural practice ,new agricultural innovation,new agricultural information and acquiring agricultural knowledge to each other.it was public not private

30/01/2024

Wooow

03/11/2023
Guyyaa 16/10/2015 Anna xiyyoo Ganda Tulluu kuchetti sochii Milka'inna ashaara magariisa bara 2016 hawaasni bifa kanaan b...
23/06/2023

Guyyaa 16/10/2015
Anna xiyyoo Ganda Tulluu kuchetti sochii Milka'inna ashaara magariisa bara 2016 hawaasni bifa kanaan baye hojiraa jira

Aanaa xiyootti Sagantaa RRLP_SLMn hawaasa Qonnan bulaa Sulula Gandoota saganticha kessa jiraniif Deggarsi CG godhamu itt...
14/05/2023

Aanaa xiyootti Sagantaa RRLP_SLMn hawaasa Qonnan bulaa Sulula Gandoota saganticha kessa jiraniif Deggarsi CG godhamu itti fufera.
Kuni Degarsa CG sanyi filatamaati,tanaan dura Lukkule ,Hoolota fi gaagura paakeji garagaraan godha turuun ni beekkama.

27/04/2023
Hojiin Maaddii Guutuu ,ijarama Kara Ollaattin Gandoota baadiya Aanaa keenya garagaratti ciminna hojjatame jira.Xiyyeffan...
27/04/2023

Hojiin Maaddii Guutuu ,ijarama Kara Ollaattin Gandoota baadiya Aanaa keenya garagaratti ciminna hojjatame jira.Xiyyeffanno misooma Foonii,kille fi Misooma Aannaniif kennameen Qonnan bulaan walirra barata itti adeema jira.kunis hoji fakkenya tahuudha.
fi Caasaan milkainna hojii kanaaf dadhabdan Galata Qabdu.

Address

Arsi Oromia
Asella

Telephone

+251223314827

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonna fi Qabeenya uumamaa Aana xiyoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share