Waajjira Misooma Albuudaa Aa/Gammachiis

Waajjira Misooma Albuudaa Aa/Gammachiis Waajjira Misooma Albuudaa Aanaa Gammachiis

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Osuutti Jirra
25/03/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Osuutti Jirra

25/03/2025
08/05/2023
08/05/2023
08/05/2023
27/04/2023

Fiinxaleeyyiin Obboleessa keenya Goota olaantummaa yaadatiif yaadan qabsa'aa ture, obbo Girmaa Yeshiixilaa rasaasan galafachuun mo'amuu isaanii kan mirkaneessu yoo ta'e malee, Biyya Olaantummaan yaadaa itti mirkana'ee fi yaadni itti kabajamu ijaaruurra kan nu dhaabu miti.

Obboleessi keenya Hogganaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa obbo Girmaa Yashixilaa hoggansa cimaa Olaantummaa yaadatti amanuufi kana mirkaneessuuf qabsa'aa turedha. Fiinxaleeyyiin jaarraa kana keessattis yaadan osoo hin taane, rasasaan injifachuuf abjoochu malu ta'a, qabatamaatti garuu yaadni akkana yaada moofaa bara kana keessatti fudhatama hin qabneedha.

Wareegama tasaa Obbo Girmaa Yashixilaatin gadda guddaa natti dhagahame yoon ibsu gadda guddaadhani. Waaqni lubbu isaa jannataan haa qananiisu!!
Maatii isaa, Jaallan qabsoo isaani maraafi Ummata Naannichaatif jajjabinan hawwa.

አክራሪ ኃይሎች ታታሪና ጀግና የህዝብ አገልጋይ የነበረው ወንድማችን አቶ ግርማ የሺጥላን ነፍስ ዛሬ ነጥቀዋል። ለሐሳብ ልዕእልና በሐሳብ ሲታገል የነበረውን፣ በመሳሪያ ቃታ መግደል የነዚህን ክሹፍ ኃይሎች መሸነፍ የሚያረጋግጥ ይሆናል እንጂ፤ የህግ የበላይነት የተረጋገጠባት እና ሀሳብ የሚከበርባት ሀገር ከመመስራት ለአፍታም ቢሆን የሚያቆመን አይሆንም።

አክራሪዎች በዚህ ዘመን ውስጥ በሀሳብ ሳይሆን፣ በአፈሙዝ ለማሸነፍ እንዲሁም በጦርነት ስልጣን ለመያዝ ሊያስቡ ይችላሉ፤ በተጨባጭ ግን የዚህ አይነቱ አስተሳሰብ በዚህ ዘመን አይሰራም። ወንድማችን የአማራ ክልል ብልፅግና ፓርቲ ጽ/ቤት ኃላፊ አቶ ግርማ የሺጥላ፣ ጠንካራ አመራርና በሀሳብ የበላይነት የሚያምን እና ይህን ለማረጋገጥ ሲተጋ የቆየ ነበር።

በድንገተኛው የአቶ ግርማ የሺጥላ ህልፈት የተሰማኝን ጥልቅ ሀዘን ስገልጽ፣ በተሰበረ ልብ ነው። ለቤተሰቦቹ፣ ለወዳጅ ዘመዶቹ፣ ለስራ ባልደረቦቹና የትግል አጋሮቹ እንዲሁም ለመላው ህዝባችን መፅናናትን እመኛለው።

ነፍስህ በሰላም ትረፍ።

26/04/2023
Aanaa Gammachiis============================➡️Gammachiisitti Gamaggamni  Hojii mootummaa fi paartii kurmaana 3ffaa bara ...
24/04/2023

Aanaa Gammachiis
============================
➡️Gammachiisitti Gamaggamni Hojii mootummaa fi paartii kurmaana 3ffaa bara 2015 gaggeeffama jira.

➡️Godina H/Lixaa Aanaa Gammachiisitti gamaaggamni raawwii hojii mootummaa fi paartii kurmaana 3ffaa bara 2015 seektaroota hunda hirmaachisee gaggeeffamu eegale.

Seektaroonni walduraa dubaan gabaasa hojii dhiheessa jiru.
Xumuura Qorannoo booda ciminaa fi hanqinaalee raawwii keessatti mudatan adda baasuun kallattin fuula duraa ni ka'ama.

Address

Asebe Teferi

Telephone

+251925477834

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Misooma Albuudaa Aa/Gammachiis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share