Magaalaa Nageellee Arsiitti Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaa

Magaalaa Nageellee Arsiitti Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Magaalaa Nageellee Arsiitti Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaa, Government Organization, West Arsi, Arsi Negele.

Fulbaana 28/2018 Ganda Majaa Qilxootaa ]Ganda Majaa Qilxootaatti Gamaagamni Hojii Mootummaa fi Paartii kurmaana 1ffaa ba...
08/10/2025

Fulbaana 28/2018 Ganda Majaa Qilxootaa ]

Ganda Majaa Qilxootaatti Gamaagamni Hojii Mootummaa fi Paartii kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeeffameera.

Fulbaana 08/2018 Ganda Majaa Qilxootaa ]Yaa'iin Ariiffachiisan kurmaana 1ffaa bara 2018 miseensa mana marii Ganda Majaa ...
18/09/2025

Fulbaana 08/2018 Ganda Majaa Qilxootaa ]
Yaa'iin Ariiffachiisan kurmaana 1ffaa bara 2018 miseensa mana marii Ganda Majaa Qilxootaa gaggeeffameera.Yaa'ichaan muudamoonni dhiyaatan erga mirkanaa'aniin booda karooronni adda addaa dhiyaataniiru.

Adoolessa10, 2017,Majaa Qilxootaa]Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti Leenjiin hunannoo cimsuu Dambii Ittiin Bulmaataa f...
17/07/2025

Adoolessa10, 2017,Majaa Qilxootaa]
Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti Leenjiin hunannoo cimsuu Dambii Ittiin Bulmaataa fi Qajeeelfama Paartii Badhaadhinaa Miseensa Paartii jiraataa gandichaatiif kenname.

Magaalaa Nageellee Arsii Buulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti  Gamaaggamni raawwii hojii waggaa bara 2017  gaggeeffame.[...
08/07/2025

Magaalaa Nageellee Arsii Buulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti Gamaaggamni raawwii hojii waggaa bara 2017 gaggeeffame.

[Adooleessa 01/2017~Bul.Ganda Majaa Qilxootaa]

Buulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti Gamaaggamni raawwii hojii waggaa bara 2017 kan Mootummaa fi Paartii bakka qooda fudhatoonni jiranitti gaggeeffame.

Gamaaggama kanaan gabaasni hojii Paartii Damee Gandichaa fi Mootummaa dhiyaatee gaaffii fi yaadaan erga gabbatee booda guduunfaa fi kallattiin hojii itti aanuu kennameera.

Magaalaa Nageellee Arsii Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti yaa'iin idilee Mana marii  Kurmaana 3ffaa haala midhaagina ...
14/04/2025

Magaalaa Nageellee Arsii Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti yaa'iin idilee Mana marii Kurmaana 3ffaa haala midhaagina qabuun gaggeeffame.Yaa'ii kanarratti gabaasni hojii mootummaa dhiyaachuun erga irratti mari'atamee booda gabaasichi kabajamtoonni miseensota mana marii sagalee guutuun mirkaneessaniiru.

Address

West Arsi
Arsi Negele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Magaalaa Nageellee Arsiitti Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share