MUBI YANG

MUBI YANG Nama si jibbuu birratti mucucaachuurra nama si jaallatu birratti kufuu siif wayya

28/10/2025

Seenaa Awwaalcha Rassuulaa ﷺ Irraa Mee Maal Beeyta?!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Namni Qaama Rasuulaa ﷺ Dhiqee Eenyu Namni Isaan Awwaalee hoo? Akkaataa Du'a Rasuulaa ﷺ Irraa Mee Maal Beekta? Dubbisii

Qaama Rasuulaa ﷺ Eega isaan du'anii booda namni dhiqe!!!
1]] Aliyyi ibnu Abii Xaalib
2]] Abbaas ibnu Abdulmuxxalib
3]] Qasam ibn Abbaas
4]] Fadli ibnu Abbaas
5]] Usaamaa ibn Zeeydii
6]] Shaqraan Gabra Rasuulli ﷺ Bilisoomse Kan Tahe...

Abbaasii fi Ijoolleen isaa lamaan qaama Rasuulaati ﷺ Olii fi Gad Qaban. Usaamaanii fi Shaqraan Bishaan itti Buusan, Garuu Aliyyi Nidhiqee!

Aliyyi ibnu Abii Xaalib Rasuulli ﷺ qaamni isaanii hin jijjiiramne jedhee itti Aansuun ammaas yaa habiiballaah gaafa lubbuun jirtuu fi eega duutees way numa urgoofta jedhee erga Salaatul-janaazaa kopha Kophaatti irratti salaatan booda qabrii isaaniif qotan. Namni yeroo duraatiif qabrii qotuu jalqabe Abuu Xalahaadha garuu booda irratti ummanni ansaaraatiis itti hirmaatanii turan.

Du'a jalaa namni najaa ba'u hin jiruu osoo kan jiraatu ta'ee Ergamaa Rabbiituu ﷺ najaa ba'a turaanii Rasuulli akkas jedhan yaa ilmaan namaa aniis niin du'aa isiniis ni duutu jedhan.

Ergamaan Rabbii ﷺ akki jedhan gowwaa namaati jechuun nama aakiraa ofii dagate jedhan { Duniyaan meeshaa ergisaati }
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Rabbiinis Suuratul Aala Imraan Keessatti Akki Jedhu
كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ وَإِنَّمَا تُوَفَّوْنَ أُجُورَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَة
فَمَنْ زُحْزِحَ عَنِ النَّارِ وَأُدْخِلَ الْجَنَّةَ فَقَدْ فَازَ وَمَا الْحَيَاةُ الدُّنْيَا
إِلَّا مَتَاعُ الْغُرُورِ
Marti lubbuutu dhandhamtuu du'aati kan hin guuttamtan mindaalee keessan guyyaa qiyaamaati namni fageeffame ibidda irraa dhugaa milkaa'e jiruun duniyaa waa hin taane meeshaa daguu malee!!!

الْلَّهُم صَلِّي عَلَى سَيِّدِنَا مُحَمَّد وَعَلَى الِه وَصَحْبِه وَسَلِّم❤

Yoo dubbiftee fixxe obboleeyyan keetiif SHARE godhii kan dagate yaadachiisi kan hin beekne barsiisi. Jazaakumullaahu Keeyran. Ambo

04/07/2025

"Soomni Aashuuraa dilii woggaa darbee nama irraa buusa"
Nabi Muhammad
صلى الله عليه وسلم
Borii fi Xinnaa haa somnu
Ustaz Hayder Kedir

04/07/2025

╱◥██████◣
│∩│🖼️▤│▤▤│
Aduunyaatti mana ballaa Aakiraatti firdawsiin ollaa rasuulaa{ﷺ}Rabbiin nuuf haakennu

04/07/2025

Nagayaa fi Rahmata Nabi. Muhammed irratti buusi.
اللهم صل على محمد وسلم.

Address

Badesaa
Alemaya

Telephone

+251914989154

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MUBI YANG posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to MUBI YANG:

Share