Kominiikeeshiini Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 04

Kominiikeeshiini Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 04 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kominiikeeshiini Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 04, Government Organization, Bole Arabsa, Addis Ababa.

22/07/2026
22/07/2026
Fayyadamtoonni wiirtuuwwan  nyaataa Tasfaa Birhaan kutaa  magaalaa Lammii Kuraatti argamanitti tajaajila nyaataa addaan ...
20/05/2026

Fayyadamtoonni wiirtuuwwan nyaataa Tasfaa Birhaan kutaa magaalaa Lammii Kuraatti argamanitti tajaajila nyaataa addaan hin cinne argachaa akka jiran himaniiru.

kominikeeshinii kutaa magaalaa Lammii kuraa.

Caamsaa 12/2018

Buufatni Fayyaa Arabsaa hawaasa naannichaaf tajaajila saffisaa kennaa jira.Maamiltoonni kunneen akka ibsanitti.Buufatni ...
13/05/2026

Buufatni Fayyaa Arabsaa hawaasa naannichaaf tajaajila saffisaa kennaa jira.Maamiltoonni kunneen akka ibsanitti.
Buufatni fayyaa Arabsaa kutaa magaalaa Lammii Kuraa aanaa 4 keessatti argamu tajaajila saffisaa kennaa jiraachuu maamiltoonni himan.

Akka maamiltoonni buufata fayyaatti argamuun dubbisanii dubbatanitti tajaajila inshuraansii fayyaa dabalatee tajaajila yaalaa adda addaa karaa saffisaa fi fooyya’aa ta’een argachaa jiru.

Akka daayreektarri fayyaa buufata fayyaa kanaa Aadde Salaamaat Filijphoos jedhanitti, dhaabbatichi tajaajilli fayyaa gahaa fi hawaasa Aannichaaf dhaqqabamaa akka ta’uuf hojii hedduu hojjechaa jiru
Kennamaa akka jiru ibsaniiru.

Aadde Salaamaawit itti dabaluudhaan meeshaalee yaalaa ammayyaa ijaaruu fi sirnicha haaromsuu bira darbee ogeessi kun jiraattotaaf kutannoodhaan tajaajila yaalaa kennaa akka jiran ibsaniiru.

kominikeeshinii kutaa magaalaa Lammii kuraa.

Caamsaa 03/09/2018

Paartiin Badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaatiif Qamadii maanifeestoofi mallattoo filannoo isaa gochuun ifoomse. ==Paarti...
10/02/2026

Paartiin Badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaatiif Qamadii maanifeestoofi mallattoo filannoo isaa gochuun ifoomse.
==

Paartiin Badhaadhinaa mata duree "Itoophiyaa gara biyya fakkeenya taateetti” jedhuun maanifeestoo filannoo marsaa 7ffaafi mallattoo filannoo isaa beeksise.

Waltajjicharrattis Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee, Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Muummee Paartichaa Obbo Adam Faaraah,Miseensotni Koree Hoji- Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa fi miseensota Mana Maree Paartii Badhaadhinaa dabalatee hoggantoota paartichaa biroofi keessummoonni affeeraman argamaniiru.

Address

Bole Arabsa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kominiikeeshiini Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 04 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share