Kutaa Magaalaa Qirqoos Waajjira Koominiikeeshinnii Aanaa 01

Kutaa Magaalaa Qirqoos Waajjira Koominiikeeshinnii Aanaa 01 just do it.

Raawwiin pirojektii agarsiistuu ariitii Badhaadina keenyaati               ( obbo Lammeessaa Nagarii )Kutaa magaalaa Qir...
23/01/2026

Raawwiin pirojektii agarsiistuu ariitii Badhaadina keenyaati
( obbo Lammeessaa Nagarii )
Kutaa magaalaa Qirpositti bulchiisni Aanaa 01 bara hojii 2018 ji'oota 6'n darba keessatti
Abbootii qabeenyaa waliin qinda'uun manneen jireenyaa hedduu ijaaruu fi suphuun namoota harka qalleeyyiif furtuun kennamuu bulchaa olaanaa aanaa 01 kan ta'an kabajamoo obbo Lammeessaa Nagarii ibsaniiru.

Ji'oota ittaananitti waajjira bulchiinsaa G+5 qabeenya dhuunfaa fi humna keenyaan ijaaramaa jiru xumuruun ni eebbisiifna. Akkasumas hojiilee hawaasa keenya gidduu galeeffate raawwachaa jirra jechuu keenya ibsituun abbootii qabeenyaa waliin ta'uun Hojiilee hojjetan Kantiibaa magaalaa Finfinnee kabajamoo Aadde Adaanachi Abeebeef ibsaan dhugoomsaniiru “Obbo Lammeessaa Nagarii”

Hawaasni Furtuu mana jireenyaa fudhatan kanaan dura rakkoo jireenyaa guddaa keessa akka turan ibsuun har'a immoo lubbuun keenyaa fi maatiin keenya jireenya haaraa keessa galle jechuun qaamota hojii kana hojjetan hunda galateeffatan.

Manneen jireenaa ijaaraman kun mana Amantaa Mirxoochi 7000 jidhamuun kan raawwatame ta'uu fi To'annoo guddaa Waajjira qindeessa hirmaannaa Uummaataa fi hojii tola ooltummaa Aanaa 01 ta'uun beekameera.

“ Waajjira Kominikeeshinii Aanaa 01”
Amajjii 14/2018
Finfinnee

Turistootaa Ayyaana Kataraa Finfinneetti Kabajamaa Jiru Irratti Hirmaataa Jiran Suuraan
18/01/2026

Turistootaa Ayyaana Kataraa Finfinneetti Kabajamaa Jiru Irratti Hirmaataa Jiran Suuraan

10/12/2025

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kutaa Magaalaa Qirqoos Waajjira Koominiikeeshinnii Aanaa 01 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share