28/06/2026
โผ๏ธ
Biyyi Ololaan diigamtees tahee jaaramte hin jirtu. Gareen Faayidaa dhunfaa Milkeeffachuu dadhabe dhokatee mataa dhokfatee Hoggansa Ummataa Maqaa xureessuuf yaaliin godhaa jiran kun eenuyyuu biratti fudhatama hin qabu.Ummanni Oromoo bakka kaleessaa hin jiru. Dhugaa jiruus ni beeka. Hirmaannaa Ummataan Misooma hojjachuun cimee itti fufa malee waan dhaabbatuu miti. Maashina ummanni bitateen Ummanni fayyadamaa jira. Galma ijaaraa jirruus dhiheenyatti eebbifnee tajaajilaaf oolchina.Bara dhufu Riigii bishaan baasu bituuf deemna. Isiniis ololaaf qophaawaa nuti misoomatti jirra. Ololli ololuma. Misoomni Gola Odaas oluma. Wanti nama ajaa'ibsiisuu fi ittiis qaana'uu qabdan Duubbee olola keessanii maal akka jiruufi waan isin barbaaddan akka beeknu hubachuu dhabuu keessani.wanti akkasii yoomiyyuu isiniif hin milkaa'u.
Leenca Sabaati. Hamatamaadha malee hamattuu miti.Aliyyii Mahammad Bulchaa ummataati.kan deeggarsa Ummataan utubame.bakka deemutti hojii gaariin maqaan isaa dhawamu. Ashaaraa mataa isaa kaayachuun beekkama. Haa jennuutii ololli keessan kun galmi isaa maali? Ummata isa jibbisiiftanii aangoorraa buustan moo Hoggansa Olaanotti Waa'ee isaa himtanii aangoorraa buusuu yaaddan? Ahiii namni akka ofii beeku alaa alaa ol hin lallabu jedhama. Ummanni isaa kan isa jaalatu Manamarii Caffeef isa filachuun itti gaafatamummaa dabalataa waggaa 5f isarra kasyyachuu isin hin dhageenyee saโผ๏ธ gaafasiis hin filatinaa jettanii dhuufuu teessan tana maaf hin dhuufinaaree โผ๏ธ Afaan dubbii bare utubatti hasaasa jette Oromoon. Mee ololaa bu'aa olola keessanii waliin laallaa. .