12/04/2026
dhimmi isaa ilaallatuf hundaaf...
telecom
Ethiopian Electric Utility -የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ አገልግሎት
Komii ummataa Aannaa manchoo gandootaa baadiyyaa keessaatuu safata barodo bartolo f.k.k.taan dhimma ciccituu ibsaafi tajaajilli neetworkii dadhabaa ta'uu ilaalchisee
Jimmaa Aanaa Manchoo Gandoota magaalaa fi baadiyyaa
hunda keessatti sababa ciccituu tajaajila ibsaa fi tajaajilli networkii dadhabaa ta'een jiraattonni magaalaa fi baadiyyaa keessa jiraatan rakkoo diinagdeef hawaasummaatiif saaxilamaa kan jiran ta'uu fi qaamni dhimmi kun ilaallatu yeroo gabaabaa keessa furmaata akka kennu kabajan gaafanna.
#ለሚመለከተው ባለስልጣን
ኢትዮ ቴሌኮም
የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ አገልግሎት -የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ አገልግሎት
ስለ መብራት መቆራረጥ እና ደካማ የኔትወርክ አገልግሎቶች የህዝብ ቅሬታ::
#በጅማ ክፍለ ሀገር ማንቾ ወረዳ በከተማ እና በገጠር አካባቢዎች የሚኖሩ ነዋሪዎች በሁሉም የከተማ እና የገጠር መንደሮች ውስጥ በኤሌክትሪክ መቆራረጥ እና ደካማ የኔትወርክ አገልግሎቶች ምክንያት ኢኮኖሚያዊ እና ማህበራዊ ችግሮች እያጋጠሟቸው ነው። የሚመለከታቸው ባለስልጣናት በተቻለ ፍጥነት መፍትሄ እንዲሰጡን በአክብሮት እንጠይቃለን።
the relevant authority
Ethio Telecom
Ethiopian Electric Utility -Ethiopian Electric Utility
Public complaints about power outages and poor network services.
Zone Mencho District Residents in urban and rural areas are facing economic and social problems due to power outages and poor network services in all urban and rural villages. we respectfully request the concerned authorities to provide a solution as soon as possible.