Aliyi Qeerroo

Aliyi Qeerroo Qeerroo fi Qaarree diin Islam hajajabesinu

13/08/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Jimma Sokorru, Ahmed You, Abdiyye Jimma

29/11/2024
29/11/2024

Sheikh Jemal Aliy Abdula Arjaa fi gaarii Namaa Rabbiin dalagaalee kheeyrii ati daleeydu hunda sirraa haa qeebalu! umrii tee, qabeenya keeti fi maatii kee keessa barakaa siif haa buusu! Qabeenya keetìi fi kheeyrii hunda gubba gubbaan siif haa dabalu!

29/11/2024
29/11/2024
  hawaasa keenya kan muslimaa maraaf, akka addaatti ammoo hawaasa keenya kan  -tii fii naannawa isiitiif....Oduun gammac...
29/11/2024

hawaasa keenya kan muslimaa maraaf, akka addaatti ammoo hawaasa keenya kan -tii fii naannawa isiitiif....

Oduun gammachiisaan sun maal akka taate ibsuu baannuus hawaasni keenya kan fii kan dabalatee kan fii naannawa isiis tokkummaan bahanii gammachuu tana akka simatan kabajaaf jaalalaan isaan gaafanna.

Sagantaa badhaasa aalima keenya guddaa Bukhaarii Zamanaa tan sheikh Jemal Aliy Abdula tiin duurfamtu waan jirtuuf badhaasa kana waliin simannee maal akka tahees waliin haa barru isiniin janna.

Guyyaan simannaa gammachuu tanaatiis alhaduma iftaan kan fuula keenya dura jiru kana taati.

Kanaaf hooggantoota Aanaa keenyaatiin hangafee hawaasni keenyaas kan magaalaaf baadiyyaas gamtaadhaan baanee gammachuu tanaa fii ulamaa'oota keenya kan gammachuu nuuf qabatanii gama Aanaa keenyaa dhufaa jiraniif simannaa bareedduu aanaa keenya fakkaattu tan sheekha keenya Sh Ahmad water boonsitu haa goonu isiniin janna.

Iddoon itti wal arginu Mana Barumsa Magaalaa Qarsaatti haa taatu.

Kabajaaf jaalala Sh Ahmad Watariif qabnu gammachuu isaanii tana isaan wajjiin qooddachuun haa mullifnu yaroo isiniin jannu gammachuu guddoo wajjiini.

Hayyichaa fii gooticha keenya Sooreysa islaamaa Sh Jamaal Aliyyii-tii fii warra isaan wajjiin gammachuu tana qabatanii nuuf dhufaa jiraniis hamilee itti horree baga kheeyrii guddoo tana hojjanne ja'anii akka isaan gammadan haa goonu yaroo isiniin jannu kabajaaf jaalala wajjiini.

Galatoomaa!!

Sheikh Jamaal Aliyyii-tii fii jaallan wajjiin jirtaniis guddaa nuuf galatoomaa jannaan!

Hundaafuu wal argaan teenya Alhada iftaan kana magaalaa qarsaatti haa taatu, haatee bareeddii jannaan karaa kana dhuftii ni agartaa sanii... isiniis maaliin gad dhufaa akka jirru guyyaa san ni agartan inshaa'Allaah

Fixanne!

Achiin nuhaa geyu....

Biyyi teenya biyya nageyaa nuuf haa taatu, Ulamaa'ota keenya maraaf biiftuun milkii haa baatu!

Share share godhaa

Address

Laga Xafo
Addis Ababa
ALIYYI06

Telephone

+251984973136

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aliyi Qeerroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Aliyi Qeerroo:

Share